Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinneetti laatamaa ture xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinneetti Waxabajjii 23 -25, 2013tti laatamaa ture xumuramuu Biiroon Barnootaa magaalichaa beeksiise.…
Gareen ABUT sodaa nageenya biyyaa ta’ee akka itti hin fufne guutumaan guutuutti barbadaa’eera…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Gareen ABUT sodaa nageenya biyyaa ta’ee akka itti hin fufne guutumaan guutuutti barbadaa’uu Qindeessaa Olaanaan Hojiilee Ijaarsa Humna Waraanaa…
Daandiin qilleensaa Ityoophiyaa imaltoota imalchiisuun sadarkaa 1ffaa qabate
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC)- Daandiin qilleensaa Ityoophiyaa imaltoota imalchiisuun sadarkaa 1ffaa qabateera.
Bara Faranjootaa 2020tti daandiin qilleensichaa imaltoota…
Dooktar Hiruut Kaasahuun Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Haangaarii waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuuriziimii Dooktar Hiruut Kaasahuun Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Haangaarii Atiilaa Koopaanii waliin mari’ataniiru.…
Aadde Adaanach hojiilee misoomaa hirmaannaa hawaasan hojjetaman eebbisiisan
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Nifaas Siilk Laaftootti hojiilee misoomaa hirmaannaa hawaasan…
Hawaasni Diyaaspooraa proojektootaa fi waamicha biyyaalessaaf Birrii biiliyoona 1 ol deeggarsa…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Hawaasni Diyaaspooraa proojektootaa fi waamicha biyyaalessaaf Birrii biiliyoona 1 ol deeggarsa taasiisuu Ejansiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa…
Magaalichaatti kan argaman qonnaan bultootaa fi fayyadamtoota qonna magaalaaf deeggarsi meeshaalee…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee magaalichaatti kan argaman qonnaan bultootaa fi fayyadamtoota qonna magaalaaf deeggarsa…
Tajaajila Tola Ooltummaa ganna kanaan tajaajila Birrii biiliyoona 10 baasiisu hojjechuuf ta’uu…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Tola Ooltummaa dargaggootaa ganna kanaan tajaajila Birrii biiliyoona 10 baasiisu hojjechuuf ta’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa, Daa’immanii fi…
Mootummaan Ityoophiyaa hawaasni idil addunyaa hojii naannoo Tigraayiin deebisanii dhaabuuf akka…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa hawaasni idil addunyaa hojii naannoo Tigraayiin deebisanii dhaabuakka deeggaruu waamicha dhiyeesseera.
Itti aanaan Muummee…
Misooma magaalota Naannoo Oromiyaatiif xiyyeeffannoo addaan hojjatamaa jira – Aadde Caaltuu…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Misooma magaalota Naannoo Oromiyaatiif xiyyeeffannoon addaa laatamee hojjetama jiraachuu Itti Aantuu Preezdaantii fi Qindeessituun Kilaastera…