Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach barattoota kutaa 8ffaa qormaata booda dhaabbii biqiltuu raawwatan galateeffatan
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Itti Aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee barattoota kutaa 8ffaa qormaata booda sirna dhaabbii biqiltuu gaggeessan…
Manni Maree naannoo Kibbaa yaa’ii idilee boru gaggeessu eegaluu
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Manni Maree naannoo Kibbaa yaa’ii idilee 12ffaa bara 6ffaa marsaa 5ffaa boruu eegalee kan gaggeessu ta’uu ibsameera.
Yaa’ichi boru dabalatee…
Lammiileen kumni 2 fi 351 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) -Lammiileem Ityoophiyaa kumni 2 fi 351 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu Waajjirri Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa beeksiiseera.…
Paarkii yaadannoo artiist Haacaaluu Hundeessaa keessaa biqiltuun dhaabame
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC)- Paarkii yaadannoo artiist Haacaaluu Hundeessaa Boonsaa keessaa biqiltuun dhaabameera.
Dhaabbii biqiltuchaarratti hoggantoonni kutaa magaalaa Nifaas…
Gareen shororkeessaa ABUT riqicha Takazee barbadeesse
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT sararaa deeggarsa dhorkuuf ta’ee jedhe riqichaa Takazee barbadeessuu ibsameera.
Garichi waliigaltee dhukaasa dhaabuu…
Dhiyeessii deeggarsa namoomaa Naannoo Tigraayiif midhaan kuntaallii kumni dhibbi 4 kuusaa…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Mootummaan Federaalaa Dhiyeessii deeggarsa namoomaa Naannoo Tigraayiif midhaan kuntaala kuma dhibba 4 kuusaa gidduugalaa Maqaleetti kuusuu Komishiniin…
Lammiilee Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an deebisanii ijaaruuf qindoominaan hojjetamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Lammiilee Saa'ud Arabiyaarraa deebi'an deebisanii ijaaruuf dhaabbileen mootummaa fi miti mootummaa qindoominaan hojjechaa jiraachuu ibsameera.…
Baankiin Misoomaa Afrikaa ijaarsa Paarkiiwwan Indaastirii Qonnaaf deeggarsa kan taasiisu ta’uu…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Daldalaa fi Indaastirii obbo Malaakuu Allebal Baankii Misoomaa Afrikaatti Daayreektera sagantaa Kaantirii Ityoophiyaa fi itti…
Aanaa Zuwaay Dugdaatti kirkirrii lafaa fi mallattoon dhoo’insa voolkaanoo muudate
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Godina Arsii aanaa Aanaa Zuwaay Dugdaatti kirkirrii lafaa fi mallattoon dhoo’insa voolkaanoo muudateeera.
Itti gaafatamaan waajjira bulchiinsa…
Boordiichi bu’aawwan filannoo mirkaneeffamaan ifoomsaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa bu’aawan filannoo mirkaneeffamaan ifoomsaa jira.
Boordichi bu’aa filannoo naannolee hundaa ibsuun irra…