Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barattoonni Yuunvarsiitiwwan Naannoo Tigraayitti argaman keessa jiran haala gaariirra jiraachuu…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo barattoonni Yuunvarsiitiwwan Naannoo Tigraayitti argaman keessa jiran haala gaariirra jiraachuu…
Obbo Dammaqaan Mokonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Kooriyaa Kibbaa waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Kooriyaa Kibbaa Chuung…
Obbo Bulchaa Dammaksaa gumaacha damee qabeenya diinagdeen taasiisaniif kennaan Warqee laatameef
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Baankiin Biyyaalessaa fi Awaash obbo Bulchaa Dammaksaan gumaacha damee qabeenya diinagdeen taasiisaniif badhaasa Warqee badhaasaniiru.…
Magaalaa Buraayyuutti meeshaaleen waraana seeraan ala daddabrfamaa turan to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuutti Meeshaaleen waraana seeraan ala daddabarfamaa turan to’annaa jala ooluu ibsameera.
Bulchiinsa Magaalaa…
Obbo Musxafeen dhaabbilee deeggartootaa naannichatti argaman waliin mari’ataniiru
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii naannoo Soomaalee obbo Musxafee Mahaammad dhaabbilee deeggartootaa naannichatti argaman waliin mari’ataniiru.…
Godina Qellem Wallaggaatti biqiltuun gosa garagaraa miiliyoonni dhibbi 2 ol dhaabbiif qophaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa ganna kanaaf kan oolu biqiltuun mukaa gosa garagaraa miliyoonia dhibbi 2 fi miiliyoonni 32…
Keeniyaan tarkaanfii dhukaasa dhaabuu naannoo Tigraayitti fudhatame kan deeggartu ta’uu ibsite
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Keeniyaan tarkaanfii dhukaasa dhaabuu mootummaan Ityoophiyaa naannoo Tigraayitti fudhate kan deeggartu ta’uu ibsite.
Keeniyaatti itti aanaa…
Bara oomishaa kana lafti hektaarri miiliyoonni 3.4 kilaasteraan ni misooma – BQQUO
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Bara kana Qonna Gannaan lafa hektaara miiliyoona 6.3 misoomu keessaa hektaarri miiliyoonni 3.4 kilaasteraan kan misoomu ta'uu Biiroon Qonnaa fi…
Waldaan Taaksii tajaajila turizimii Ada’aa hundeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Waldaan taaksii tajaajila turizimii guyyaa har'aa Magaala Bishoftuutti hundeeffameera.
Waldaan kun akka Naannichaatti kan jalqabaa yoo ta'u, marsaa…
Korpooreeshiniin Misooma Indaastirii paarkootaa fi Inistityuutiin Teeknooloojii fi Innooveeshinii…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Korpooreeshiniin Misooma Indaastirii paarkootaa fi Inistityuutiin Teeknooloojii fi Innooveeshinii waliin hojjechuuf sanada walii galtee mallateessaan.…