Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boordichi Paartilee Siyaasaa iyyannoo dhiyeesan waliin marii taasiise
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Paartilee Siyaasaa filannoo marsaa 6ffaarratti iyyannoo dhiyeesan waliin marii taasiisuu ibsameera.…
Biyyoonni ollaa biqiltuu Ityoophiyaan dhiyeessitu dhaabuuf waktii mijataa eeggachaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Biyyoonni ollaa biqiltuu Ityoophiyaan dhiyeessituuf dhaabuuf gabatee yeroo mijaata kaa’uu Komishiniin Eeggumsa Naannoo, Bosonaa fi Qabeenya…
Preezdaant Shimallis ijaarsaa Giddugalaa Beekumsaa Leenji Barnootaa fi Teeknika Ogummaa dhagaa…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Preezdaant Shimallis Abdiisaa ijaarsaa Giddugalaa Beekumsaa Leenji Barnootaa fi Teeknika Ogummaa Afrikaa…
Ityoophiyaa fi Israa’eel talaallii vaayrasii koroonaa waloon oomishuufi jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Israa’eel talaallii vaayrasii koroonaa waloon oomishuufi jedhameera.
Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Israa’eel Alaaliny Damisuu, itti…
Tarkaanfii dhukaasa dhaabuu fudhatameef biyyoonnii fi dhaabbileen idil addunyaa beekkamtii kennaa…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) - Tarkaanfii dhukaasa dhaabuu mootummaan naannoo Tigraayitti fudhateef biyyoonnii fi dhaabbileen idil addunyaa garaagaraa beekkamtii kennaa jiraachuu…
Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atamuu Biiroon Qorannoo Yakkaa Komishinii Poolisii Federaalaa beeksiise.
Meeshaaleen waraanaa seeraan ala…
Jilli obbo Geetuu Gammachuun durfamu aanaa Itayaatti misooma Abukaadoo daawwate
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Jilli Itti aanaa hogganaa Biiroo Qonnaa fi qabeenya Uumamaa obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Arsii Aanaa Itayyaatti hojii muuxannoo misooma…
Tajaajilli tola oltootaa gannaa damee fayyaa eegale
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Tajaajilli tola oltootaa gannaa damee fayyaa eegaleera.
Tajaajilichi mata duree ‘damee fayyaa hirmaannaa tola oltootaa hawaasa fayyaa qabeessaaf’…
Daandiin saffisaa Mojoo-Maqii-Baatuu hariiroo daldalaa Afrikaa Bahaa akka si’eessuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Daandiin saffisaa Mojoo-Maqii-Baatuu hariiroo daldalaa Afrikaa Bahaa akka si’eessuu ibsameera.
Daandiin saffisaa Mojoo-Maqii-Baatuu fi proojektoonni…
Ambaasaaddar Leencoo Baatii hogganaa olaanaa misoomaa Fandii Saa’udii waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Saa’uud Arabiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Leencoo Baatii hogganaa olaaaa misoomaa fandii Saa’ud Arabiyaa Al Maarishaadii fi daareektara waliigala…