Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hospitaala Alartitti giddugalli namoota dhibee Sammuu qabanii dandamachiisuu ijaaruuf dhagaan…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Hospitaala Alartitti giddugala namoota dhibee Sammuu qabanii dandamachiisuu ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’amuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.…
Lammiileen kumni 2 fi 386 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Lammiileem Ityoophiyaa kumni 2 fi 386 har’a Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu Waajjirri Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa beeksiiseera.…
Barattoota Naannoo Tigraayitti argaman ilaalchisee qaama dhimmi ilaallatu waliin mari’atamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Barattoota Naannoo Tigraayitti argaman ilaalchisee qaama dhimmi ilaallatu waliin mari'atamaa jiraachuu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota…
Ministeerichi dhiyeessii galteewwan qonnaa waktii isaa eeggate qonnaan bultootaaf raabsaa jiraachuu…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Ministeerri Qonnaa dhiyeessii galteewwan qonnaa waktii isaa eeggate qonnaan bultootaaf raabsaa jiraachuu beeksiise.
Oomishaa fi oomishtummaa…
Yuunvarsiitiin Samaraa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 1887 eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Samaraa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 887 eebbisiiseera.
Barattoota yuunvarsiitichi har’a eebbisiise…
Albamiin Haacaaluu Hundaassaa ‘Maal Mallisaa’ addunyaarratti sadarkaa 3ffaa qabachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Albamiin Hacaaluu ‘Maal Mallisaa’ iTunes Worldwide Chart irratti sadarkaa 3ffaa qabachuu himameera.
Albamiin Hacaaluu Hundeessaa…
Ummanni Tigraay olola sobaa garee ABUTtiin caalmaatti akka hin miidhamne of eeguu akka qabu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Ummanni Tigraay olola sobaa garee ABUTtiin caalmaatti akka hin miidhamne of eeggachuu akka qabu Paartiin Diimookiraatawaa Tigraay hubachiise.…
Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 99ffaa gaggeesseen dhimmota lamarratti murtoo dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 99ffaa gaggeesseen dhimmota lamarratti murtoo dabarseera.
Manni marichaa waliigaltee liqaa waldaalee…
Kaanaadaan tattaaffii hunda galeessaa Ityoophiyaan fedhii lammiilee ishee guutuuf taasiiftu kan…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Tattaaffii hunda galeessa Ityoophiyaan fedhii lammiilee ishee guutuuf taasiiftu Mootummaan Kaanaadaa kan deeggaru ta’uu beeksiise.
Ministirri…
Godina Harargee Bahaatti ganna kana biqiltuun miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 71 dhaabbiif…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Godina Harargee Bahaatti ganna kana biqiltuun miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 71 dhaabbiif qophaa’uu ibsameera.
Godina harargee…