Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen Shororkeessaa ABUT yeroo ammaa sadarkaa sodaa nageenyaa ta’uu danda’urratti hin argamu…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisaa Tigraay akka ba’u kan taasiifame gareen ABUT yeroo ammaa sodaa nageenyaa waan hin taaneefi jedhan Muummeen Ministiraa FDRI…
Walga’iin Mana Maree Ministiroota Haroowwan Ikuuwaatooriiyaan Naayil 24ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa dabalatee walga’iin Mana Maree Ministiroota Haroowwan Ikuuwaatooriiyaan Naayil 24ffaan biyyoota 9 hirmaachise gaggeeffameera.
Mana…
Tarkaanfiin dhukaasa dhaabuu labsame Ityoophiyaan sodaa alaa qabduuf akka qophooftu murtoo fudhatame…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Tarkaanfiin dhukaasa dhaabuu naannoo Tigraayiitti labsame Ityoophiyaan sodaa alaa olaanaa yeroo ammaa qabduuf akka qophooftu murtoo fudhatame…
Ityoophiyaanoonni dhimma keessoo isaanii ofiin furuuf dandeettii qabu – Wuu Peeng
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanoonni dhimma keessoo isaanii ofiin furachuuf dandeettii fi ogummaa qabaachuu Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaatti,Daayreekterri…
Haala shororkeessummaa ittisuun danda’amurratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Waajjirra Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti mariin haala shororkeessummaa ittisuun danda’amurratti xiyyeeffate…
Naannoo Hararitti dameewwan 13 tajaajilli tola ooltummaa eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Naannoo Hararitti dameewwan 13 tajaajilli tola ooltummaa eegalamuu ibsameera.
Preezdaantiin naannichaa obbo Odriin Badiriin manneen…
Ameerikaan tarkaanfii dhukaasa dhaabuu Ityoophiyaan fudhatte kan deeggartu ta’uu beeksiifte
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Ameerikaan tarkaanfii dhukaasa dhaabuu Ityoophiyaan fudhatte kan deeggartu ta’uu Waajjirri Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa biyyattii ibsa…
Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Qormaanni naannoo Kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee kennamuu eegaleera.
Barattoonni kumni 76 ol buufataalee qormaataa 174 irratti qormaata kana…
Abbootiin amantaa Yaa’ii dhaabbilee Amantaa Finfinneerraa walitti babba’an biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Abbootiin amantaa Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Finfinneerraa walitti babba’an giddugala biqiltootaa Gullalleetti biqiltuu dhaabaniiru.…
Gamtaa Afrikaa dabalatee biyyoonni biroo ibsa dhuukaasa dhaabuu Ityoophiyaa kan deeggaran ta’uu…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Gamtaan Afrkaa, Chaayinaa fi Imreetoonni Araba Gamtoomanii ibsa Mootummaa Ityoophiyaa dhuukaasa dhaabuu kan deeggaran ta’uu beeksisaniiru.…