Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaanoonni kumni 1 fi 657 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 657 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa…
Yaadannoon Artiist Haacaaluu Hundeessaa waggaa 1ffaa Kampaasii Haacaaluutti sirna dungoo qabsiisuun…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Yaadannoon Artiisti Haacaaluu Hundeessaa waggaa 1ffaa magaalaa Amboo Kampaasii Haacaaluutti sirna dungoo qabsiisuun yaadatameera.
Sagantaa yaadannoo…
Warshaan Biqilaa Asallaa Waldaalee Bu’uraa fi Yuuniyanoota Oromiyaa keessa jiran waliin walii…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Warshaan Biqilaa Asallaa baranaa garbuu biqilaa kuntaalaa kuma 500 bituuf Waldaalee Bu'uraa fi Yuuniyanoota Oromiyaa keessa jiran waliin walii galtee…
Boordichi bu’aawwan filannoo Mana Maree naannoo murtaa’aan ifoomsaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Boordiin filannoo biyyoolessaa bu’aawwan filannoo Mana Maree naannoo murtaa’aan ifoomsaa jira.
Boordiichi aariitiin bu’aa filannoo akka hin ibsineef…
Paartileen Siyaasaa naannolee filannoo 160 irraatti komii dhiyeessan-Boordicha
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) –Paartileen Siyaasaa Paartileen Siyaasaa naannolee filannoo 160 irraatti komii dhiyeessuu Boordiin Filannoo Biyyoolessaa beeksiseera.
Walitti Qabduun…
Godina Buunnoo Beddelleetti rooba cimaa roobeen miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) –Godina Buunnoo Beddellee aanaa Gachii Magaalaa Gachiitti kaleessa galagala rooba cimaa roobeen miidhaan qaqqabuu ibsameera.
Balichaan waajjirri…
Naannoo Oromiyaatti Ashaaraa Magariisaa milkeessuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Ashaaraa Magariisaa milkeessuuf hojjetamaa jira jedhameera.
Godina Gujii Aanaa Haroo Wolaabuu Sagantaa Ashaaraa Magariisaa…
Lammiilee Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa, Axaayyee fi Godina Addaa Saba Oromoo ,Kamisee irraa…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) –Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Lammiilee Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa, Axaayyee fi Godina Addaa Saba Oromoo ,Kamisee irraa buqqa’aniif deeggarsa…
Jilli Muummee Ministira Keeniyaa duraaniiRaayiilaa Odiingaa durfamu Ityoophiyaatti daawwannaa…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Jilli Muummee Ministira Keeniyaa duraanii Raayiilaa Odiingaa durfamu Ityoophiyaatti daawwannaa taasiseera.
Jilichaan Muummee Ministiraa Keeniyaa…
Aadde Daagimaawwi Mogaas kutaa magaalaa Finfinneetti argamuun manneen harka haaromsuu jalqabsiisan
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) –Ministirri Ministeeraa Geejjibaa aadde Daagimaawwi Mogaas kutaa magaalaa Addis Katamaa aanaa 5tti argamuun mana harka qalleeyyii haaromsuu eegalchiisan.…