Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaanoonni kumni 1 fi 777 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) –Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 77 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa deebisuuf…
Paakistaan fooramiin dippiloomaasii saayintifiki Ityoo-Paakistaan akka hundaa’uu gaaffii dhiyeessite
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Paakistaan fooramiin dippiloomaasii saayintifiki Ityoo-Paakistaan akka hundaa’uu gaaffii dhiyeessitee
Fooramichi dhimmoota saayintifikiirratti…
Wiirtuu qaroomina bahaa Afrikaa Birrii miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 43 ijaaruf dhagaan bu’uura…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Wiirtuu qaroomina bahaa Afrikaa Birrii miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 43 ijaaruf dhagaan bu’uura ka’aameera.
Dhagaa bu’uurichaas itti aantuun…
Manni Marichaa waliigalteewwan raayyaa ittisaa mootumma Faransaayii fi Xaaliyaan waliin taasifamaan…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa waliigalteewwan raayyaa ittisaa mootumma Faransaayii fi Xaaliyaan waliin taasifamaan raggaasiseera.
Mana Maree…
Naannoo Gambeellaatti qormaanni kuta 8ffaan Waxabajjii 28 irraa eegalee ni laatama
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Naannoo Gambeellaatti qormaanni kuta 8ffaan Waxabajjii 28 hanga 30, 2013 irraa eegalee akka laatamuu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksise.…
Biirichi aanaalee buna baay’inaan oomishan 16’f konkolaataa deeggarsaan laate
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa aanaalee buna baay’inaan oomishan 16’f konkolaataa deeggarsaan laateera.
Deeggarsa kanas proojektii…
Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii fi dhaabbilee itti wamaamoo naannoo hidha Laga Daadhii…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii dhaabbilee itti wamaamoo waliin ta’uun godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee aanaa Barraak naannoo hidha…
Dargaggoonni 28 Taanzaniyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) –Dargaggoonni 28 Taanzaniyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’aniiru.
Dargaggoonni 28 karaa seeraan alaa gara Afrikaa Kibbaatti imaluuf osoo daangaa…
Raayyaan Ittisa Biyyaa loltoota Birshalaqootti leenjiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa loltoota Birshalaqootti leenjiisaa ture eebbisiiseera.
Sirna eebbichaarratti Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti hogganaan…
Faawundeeshiniin Artiist Haacaaluu Hundeessaa hundaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Faawundeeshiniin Artiist Haacaaluu Hundeessaa hundaa'uun himame.
Dhimmoota Faawundeeshiniin Artiist Haacaaluu Hundeessaa irratti xiyyeeffatu Dooktar…