Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan gaaffii waliigaltee dhukaasa dhaabuu bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay gaafateef deebii…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Mootummaan federaalaa gaaffii bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay rakkoolee muudatan furuuf dhiyeesseef deebii laateera.
Bulchiinsi yeroo naannoo…
Taphoota moo’atanii darbuu Wancaa Awurooppaan Ispeen Kirooshiyaa injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) –Tapha moo'atanii darbuu galgala kana Kirooshiyaa fi Ispeen gidduutti gaggeeffame olaantummaa Ispeeniin xumurameera.
Tapha sa'aatii 1:00 irraa eegalee…
Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay waliigalteen dhukaasa dhaabuu akka taasiifamu mootummaa Federaalaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay waliigalteen dhukaasa dhaabuu akka taasiifamu mootummaa Federaalaaf gaaffii dhiyeessuu ibse.…
Obbo Dammaqaan Ambaasaaddara Joordaan yeroo hojii isaanii xumuran waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Ambaasaaddara Joordaan yeroo hojii isaanii…
Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee Waxabajjii 23 – 25,2013 laatama jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Qormaata naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee Waxabajjii 23-25,2013 laatamuuf qophiin duraa xumuramuu Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee…
Baankiin Daldala Ityoophiyaa Koree Oliimpikii Ityoophiyaaf Birrii miiliyoona 15 deeggarsa taasiise
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Baankiin Daldala Ityoophiyaa Koree Oliimpikii Ityoophiyaaf Birrii miiliyoona 15 deeggarsa taasiisuu ibsameera.
Taphaa fi qophii…
Manneen Barnootaa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa 27 eebbaaf qophaa’uu himame
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan Kilaastera Hawaasummaa Oromiyaa obbo Addisuu Aarggaa Manneen Barnootaa Ifa Boruu sadarkaa…
Walga’ii idileen Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa boru ni gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Walga’ii idilee 16ffaan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa 5ffaan boru galma Waajjira Muummee Ministiraatti ni gaggeeffama jedhameera.…
Naannoleen filannoo 378 bu’aa sagalee beeksiisuun qulqullaa’aa jira – Boordii Filannoo
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Naannoleen filannoo 378 bu’aa sagalee beeksiisuun qulqullaa’aa jiraachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa beeksiise.
Daawwannaan…
Deeggarsa maatii Artiist Haacaaluu Hundeessaaf Birrii miiliyoonni dhibbi 1 miiliyoonni 41 ol baankii…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Koreen olaanaan Deeggarsa Maatii Artiist Haacaaluu Hundeessaa sosochii hanga ammaatti jiru ilaalchisee ibsa laateera.
Koree olaanaan deeggarsa…