Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Jamaal Bakar daayrektara Inistiityuuti dippiloomaasii Baariheen waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Baahireenitti Hoogganaan Waajjira Qonsilaa FDRI Ambaasaaddar Jamaal Bakar daayrektara Inistiityuutii dippiloomaasii Baariheen Dooktar Muniiraa Al…
Lammiileen Godina Shakkaarraa buqqa’an gara qa’ee fi qabeenya isaaniitti deebi’aa jiru jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa godina Shakkaatti sababa rakkoo nageenyaa uumameen lammiileen qa’ee fi qabeenya isaanirra buqqa’an deebi’aa jiraachuu…
Paarkiin Indaastirii Boolee Lammii galii Doolaara miiliyoona 44 maddisiise
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Paarkiin Indaastirii Boolee Lammii galii Doolaara miiliyoona 44 maddisiisuu ibsame.
Bara baajataa kana Oomishaalee Indaastiricha keessatti…
Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota paartiilee siyaasa galateeffatan
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) –Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota paartiilee siyaasa filannoon biyyoolessaa marsaa 6ffaa nagaan akka xumuramuuf shooraa isaanii…
Waxabajjii 30 damee barnootaan biqiltuu miiliyoona dhibba 5 dhaabuuf hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Waxabajjii 30 damee barnootaan biqiltuu miiliyoona dhibba 5 dhaabuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
Barattootaa…
Naannoo Somaaleetti qormaanni kutaa 8ffaa laatamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Naannoo Somaaleetti qormaanni kuta 8ffaa bara 2013 laatamuu eegaleera.
Qormaatichaas barattoonni kumni 44 fi 144 ni fudhatuu jedhameera.
Itti…
Ajejaan kudhanii Masaafinti Xigaabuun adabbii cimaa umrii guutuun adabame
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Ajejaa waliigalaa Raayyaa Ittisaa duraanii Jeneraal Sa’aare Makoonniin kan ajjeese ajejaan kudhanii Masaafinti Xigaabuun adabbii cimaa umrii guutuun…
Ityoophiyaanoonni kumni 2 fi 257 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) –Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 257 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa…
Afrikaanoonni waloon hojjechuun misooma fi guddinaa Ardiif murteessadha-aadde Daagimaawwii Mogaas
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Afrikaanoonni walqabachuu fi waloon hojjechuun misooma fi guddinaa Ardiif murteessa ta’uu Ministirri Ministeera Geejjiiba aadde Daagimaawwi Mogaas…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 52tti tilmaamaman to’annaa jala oolan
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Waxabajjii 12 hanga 8, 2013tti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 52tti tilmaamaman to’annaa jala ooluu Ministeerri Galiiwwanii beeksisee.…