Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan bara 2014 Zayita Nyaataa Meetirik Toonii miiliyoona dhibba 9 fi miiliyoona 6 ni…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Fedhii Zayita Nyaataa Ityoophiyaa oomisha biyya keessaan uwwisuun haala danda’amuu fi hanqinoota muudatanirratti mariin taasiifamaa jira.…
Baatii Caamsaarraa eegalee lammiileen kumni 25 fi 472 gara biyyaa deebi’aniiru-Aadde Mufariiyaat…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) –Baatii Caamsaarraa eegalee Lammiileen Ityoophiyaa kumni 25 fi 472 biyyoota saddeet irraa gara Ityoophiyaa deebi’uu Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Siidaan Artiis Haacaaluu Hundeessaa aariitiin xumuramu akka qabu ibse
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Siidaan Artiis Haacaaluu Hundeessaa Magaalaa Finfinneetti hojjetamuu aariitiin xumuramuu akka qabu ibseera.
Siidaan…
Hanqina geejjibaa jiru furuuf yeroo dhiyootti bittaan Awutoobisoota 200 raawwatamuufi jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Hanqina geejjibaa jiru furuuf yeroo dhiyootti bittaan Awutoobisoota 200 raawwatamuuf ta’uu Tajaajilli Bittaa fi Dhabamsiisa Qabeenyaa…
Manni marichaa labsii hojmaataa fi itti gaafatamummaa qaamolee raawwachiiftuu 3 murteessuuf ba’e…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2013 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar Yaa'ii Ariifachiisaa 3ffaa gaggeesseen labsii hojmaataa fi itti gaafatamummaa qaamolee raawwachiiftuu 3…
Niwu Meeksikootti namoonni Afuuffee Qilleensaan imala turan sarara ibsaatti bu’uun hundi du’an
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2013 (FBC) – Niwu Meeksikootti namoonni afuuffee qilleensaan imalaa turan sarara ibsaatti bu’uun hundi isaanii du’uu ibsame.
Afuuffeen kun humna ibsaa…
Rakkooleen nageenyaa naannoo Albuunni ba’utti uumamamu furmaata barbaada jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2013 (FBC) – Rakkoo nageenyaa naannoo Albuunni ba’utti uumamamu furuuf Ministeera Nageenyaa waliin waliigalteerra ga’amuu Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa…
Filannoon marsaa 6ffaan karaa nagaa fi bifa diimookiraatawaa ta’een xumuramuun injifannoo seenaa…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2013 (FBC) – Filannoon marsaa 6ffaan karaa nagaa fi bifa diimookiraatawaa ta’een xumuramuun injifannoo seenaa qabeessa galmaa’e ta’uu Paartileen Siyaasaa…
Manni Maree Naannoo Afaar Baajata dabalataa miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 30 raggaasiise
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar Yaa'ii Ariifachiisaa 3ffaa gaggeesseen Baajata dabalataa miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 30 raggaasiiseera.
Manni…
Tarkaanfiin harcaatoota garee ABUT irratti fudhatamu cimee itti fufa – Komishinii Poolisii…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) –Duulli harcaatuuwwan garee ABUT adamsuun tarkaanfii irratti fudhachuu eegalame cimee kan itti fufu ta'uu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiise.…