Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Iyyannoon Paartilee siyaasaa erga ilaallamee booda bu’aan filannoo kan ibsamu ta’a – Boordii…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa haala Waliigalaa adeemsa filannoo marsaa 6ffaa hanga ammaa jiru ilaalchisee ibsa laateera.
Iyyannoon Paartilee…
Adeemsa sagalee laachuu filannoo bara kanaa keessatti eeggumsi mirga namoomaa milkaa’aa ture jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Adeemsa sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaa keessatti eeggumsi mirga namoomaa milkaa’aa turuu Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa…
Magaalaa Walisootti hojiin Tajaajila Lammummaa eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Sagantaan tajaajila Lammummaa Magaalaa Walisootti eegalameera.
Sagantichi bakka hoggantoonni mootummaa federaalaa, naannolee fi kutaaleen…
Proojektiin misooma Jallisii Qulumsaa eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Giddugalli Qorannoo Qonnaa Qulumsaa Birrii Miiliyoona 50n kan ijaarsiise Proojektiin misooma Jallisii eebbifameera.
Proojektiin kun Bishaan…
Balaa Tiraafikaa Miizan Amaanitti qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Baajaajii namoota 7 feete imalaa turterra balaa Tiraafika qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbuu Qajeelchi Poolisii Godina Beenchii Shakkoo ibseera.…
Ijaarsi Proojektii Bishaan Dhugaatii Magaalaa Jigjigaa eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii Naannoo Soomaalee obbo Musxafee Mahaammad ijaarsa Proojektii Bishaan Dhugaatii Magaalaa Jigjigaa eegalchiisan.…
Obbo Hayilamaariyaam Dassaalenyi Uhuuruu Keeniyaataa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI duraanii fi dura taa’aan Qindoomina ‘Green Revolution Africa’ obbo Hayilamaariyaam Dassaalenyi Preezdaantii Keeniyaa…
Bulchiinsi Yeroo naannoo Tigraay ajjeechaa lammiilee nagaarratti raawwatameef gadda itti dhaga’ame…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) - Bulchiinsi Yeroo naannoo Tigraay ajjeechaa garee ABUTtiin lammiilee nagaarratti raawwatameef gaddi guddaan itti dhaga’amuu ibseera.
Gareen…
Karaan rakkoolee Afrikaa furuun danda’amu beekkumsa qofaani – Dooktar Abiy
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad rakkoolee Afrikaa furuun kan danda’amu beekkumsa qofaa ta’uu ibsan.
Akkaadaamiin hayyoota…
Sagantaan Ashaaraa magariisaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa magaalaa Finfinnee mata duree ‘Finfinnee yaa uwwifnu’ jedhuun jiddugala kunuunsa biqiltuu Gullalleetti gaggeeffameera.…