Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Ityoophiyaa 380 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyya biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 380 Sa'uudi Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen deebi’an kunneen Buufata…
Yuunvarsiitiin Bulee Horaa Abbaa Gadaa Jiloo Maandhootiif Dooktareetii kabajaa kenne
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Yuunivarsitiin Bulee Horaa Abbaa Gadaa Jiloo Maandhootiif Dooktareetii kabajaa laachuu ibsame.
Abbaan Gadaa Jiloo Maandhoo sirni Gadaa…
Hojiin Lammiilee Saa’ud Arabiyaa jiran gara biyyaa deebisuu eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Hojiin Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaa jiran gara biyyaa deebisuu har’a balallii 6 eegalamuu Riyaaditti Imbaasiin Ityoophiyaa…
Yuunvarsiitiin Bulee Horaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Bulee Horaa barattoota ogummaa garaagaraatiin barsiisaa ture eebbisiiseera.
Barattoota ogummaa garaagaraan digrii jalqabaa fi…
Dooktar Abiy Akkaadaamii hoggansa Afrikaa eebbisiisan
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Akkaadaamii Hoggansa Aafrikaa eebbisiisaniru.
Akkaadaamiin Hayyoota Hoggansa Afrikaa iddoo…
Paartileen siyaasaa iyyannoo qaban guyyoota 2 keessaatti dhiyeeffachuu akka qaban boordiin filannoo…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) – Paartileen siyaasaa iyyaannoo qaban ulaagaa barbaachisu guutuun guyyoota 2 keessaatti dhiyeeffachuu akka qaban Boordiin Filannoo Biyyaalessaa…
Aasxaan Kominishinii Poolisii Oromiyaa jijjiirramuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Komishiniin Poolisii Oromiyaa Aasxaa jijjiiruu beeksiise.
Hogganaan Itti Aaan Damee Bulchiinsa Humna Namaa Komishinii Poolisii Oromiyaa…
Manni Murtichaa gamoowwan qabeenya miseensota garee ABUT qaama walabaan akka bulu murteesse
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Manni Murtii Federaalaa Gamoowwan qabeenya miseensota garee ABUT qaama walabaan akka bulu murtee dabarse.
Manni Murtii Federaala…
Abbootiin qabeenyaa Ityoophiyaa buufata laamuutti akka fayyadaman waamichi dhiyaate
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Abbootiin qabeenyaa Ityoophiyaa buufata laamuutti akka fayyadaman waamichi dhiyaateera.
Itti gaafatamaan Abbaa Taayitaa Buufataalee…
Adeemsa ce’umsa diimookiraasii Ityoophiyaan taasisaa jirtu kan deeggaran ta’uu Imbaasiiwwan ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Adeemsa ce’umsa diimookiraasii Ityoophiyaan taasisaa jirtu kan deeggaran ta’uu Imbaasiiwwan teessoo isaanii Finfinnee taasiifatan ibsaniiru.…