Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree naannoo Afaar boru Yaa’ii Ariifachiisaa gaggeessuu ni eegala jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Manni Maree naannoo Afaar boru Yaa’ii Ariifachiisaa 3ffaa magaalaa Samaraatti gaggeessuu kan eegalu ta’uu ibsameera.
Manni Marichaa Yaa’ii…
Daandiin Baaburaa magaalaa Finfinnee erga hojii eegalee yeroo 550f miidhan irra qaqqabeera jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Daandiin Baaburaa Salphaan magaalaa Finfinnee erga hojii eegalee konkolaattootan yeroo 550f miidha irra qaqqabuu ibsameera.
Sarara Xoor…
Obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii Soomaalee Laandi Waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Itti aanaan Preezdaantii Naannoo Soomaalee obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii Soomaalee Laand Muusaa Biihii Waliin mari’ataniiru.
Obbo…
Magaalaa Asallaatti hojiiwwan tola ooltummaa gannaa jalqabe
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC)- Magaalaa Asallaatti hojiiwwan tola ooltummaa gannaa jalqabeera.
Hojiin tola Ooltummaa kun Magaalaa Asallaa ganda kombolchaa keessatti manaa fi dallaa…
Tola ooltummaa Gannaatiin manneen kumni 2 ol ni haaromfamu jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Tola ooltummaa Gannaatiin manneen kumni 2 ol kan haaromfaman ta’uu Bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise.
Tola ooltummaa Ganna…
Hojiin Buqqaatota Godina Matakkal gara Qa’ee isaaniitti deebisuu fi ijaaruu hojjetamaa jiraachuu…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Hojiin Buqqaatota Godina Matakkal gara Qa’ee isaaniitti deebisuu fi ijaaruu hojjetamaa jiraachuu Humni Qindaawaan Buqqaatoota Deebisu…
Qonnaan Bultoonni Godina Addaa Naannawaa Finfinnee oomisha bara kanaa Kilaasteraan oomishaa…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Qonnaan Bultonni Godina Addaa Naannawaa Finfinnee Aanaa Sulultaa oomisha qonna bara kana kilaastera oomisha jiraachuu himaniiru.
Qonnaan…
Yuunvarsiitiin Amboo barattoota kuma 3 fi 524 simachuuf qophiirra jira
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Amboo barattoota kuma 3 fi 524 simatee barsiisuuf qophiirra jiraachuu ibseera.
Daayrektaarri waajjira Reejistaraari Yuunvaarsiiticha…
Waggaa tokkoffaa yaadannoo Art. Haacaluu Hundeessaaf Albeemni isaa yeroo lubbuun jiru hojjete akka…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC)- Waggaa tokkoffaa yaadannoo Artiist Hacaaluu Hundeessaaf Albeemni isaa yeroo lubbuun jiru hojjete akka eebifamu himame.
Haacaaluun erga wareegamee…
Ambaasaaddar Hasan Taajuun Kuweetiitti Ambaasaaddara Emireetoota Araba Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Kuweetiitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Hasan Taajuun Kuweetiitti Ambaasaaddara Emireetoota Araba Gamtoomanii Dooktar Maataar…