Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaadni murtoo muudama kaadhimamaa itti aanaa olaanaa Komishinaraa KMNI fi Komishinaroota biroo…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa yaada murtoo muudama kaadhimamaa itti aanaa olaanaa Komishinaraa Komishinii Mirga Namoomaa Ityoophiyaa fi…
Magaalichatti sagantaan tajaajila tola oltoota gannaa jalqabsiisuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC)- Bara baajata 2013tti sagantaa tola oltoota bonaatin Birrii miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 70 baraaruun danda’ameera.
Magaalaa Finfinneetti…
Manni Maree nageenyaa Sudaanii fi Gibsti marii sadee gaggeeffamu akka kabajan qooda isaa akka ba’u…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan Manni Maree Nageenyaa marii sadee Hidha Haaromsaa mariisiisummaa Gamtaa Afrikaan gaggeeffamu Sudaanii fi Gibsti akka kabajan qooda isaa…
Ambaasaaddar Taayyeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti hoggantoota waajjira qindeessaa dhimmoota…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsaqasilaaseen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti…
Gareen Gaazexeessitoota Ityoophiyaa Buufata Keeniyaa Laamuu daawwachaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Gareen Gaazexeessitoota Ityoophiyaa miidiyaalee dhuunfaa mootummaa keessaa walitti babba’e Buufata Keeniyaa Laamuu daawwachuu eegaleera.…
Kaanaadaatti bara baajatichaatti ijaarsa hidha haaromsaa guddichaaf galiin doolaarri kumni dhibbi 3…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC)-Bara baajatichaatti Ityoophiyaanoonni Kaanaadaa bulchisoota garagaraa keessa jiraatan hidha haaromsaa guddichaaf galiin doolaara kuma dhibba 3 fi kuma 76…
Dooktar Abiy Ahimad boruu manneen hojii mootummaa banaa akka ta’aan ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad boruu manneen hojii mootummaa banaa akka ta’aan ibsaniiru.
Dooktar Abiy Fuula Twiitara isaaniitin akka…
Hojiin bu’aa sagalee naannolee filannoorraa walitti qabamanii ida’uu hojjetamaa jira – Boordii…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Hojiin Bu’aa sagalee naannolee filannoorra walitti qabamanii ida’uu hojjetamaa jiraachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksiise.
Yaa’uutii…
Waltajjiin odeeffannoo waljijjiiruu Hidha Haaromsarratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Waltajjiin odeeffannoo waljijjiiruu Hidha Haaromsarratti xiyyeeffate gaggeeffameera.
Waltajjii kanarratti Muummeen Ministiraa FDRI…
Tarminaalli kontiinarii Buufata Barbaraa marsaan jalqabaa hojii eegale
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Tarminaalli kontiinarii Buufata Barbaraa marsaan jalqabaa ifatti hojii eegaluu ibsame.
Tarminaalli kontiinarii Buufata Barbaraa marsaan…