Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kutaa magaalaa Lidaatti bufaatalee garagaraatti bu’aan sagalee filannoo yeroo ifoomaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Finfinnee Lidaatti bufaatalee garagaraatti bu’aan sagalee filannoo yeroo ifoomaa jira
Kutan magaalichaa naannoo filannoo lamaa fi…
Aanaa Gommaa buufataa filannoo Dooktar Abiy itti dorgomanitti bu’aan sagalee filannoo yeroo ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) - Godina Jimmaa aanaa Gommaa buufataa filannoo Bashaahaa Sokoteetti bu’aan filannoo yeroo ifoomeera jedhame.
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar…
Magaalaa Shaashamannee buufataalee filannootti bu’aan sagalee filannoo yeroo ifoomaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) - Magaalaa Shaashamannee buufataalee filannoo garaagaraatti bu’aan sagalee filannoo yeroo ifoomaa jiraachuu ibsame.
Naannoo Filannoo…
Obbo Dammaqaan Emireetoota Araba Gamtoomanitti daawwannaa taasiisaniiru
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Emireetoora Araba Gamtoomaniitti daawwaannaa…
Magaalaa Finfinneetti sagantaan Ashaaraa Magariisaa biqiltuu dhaabuun ifaan eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaan Ashaaraa Magariisaa biqiltuu dhaabuun ifaan eegalamuu ibsameera.
Sagantaan Ashaaraa magariisaa ‘Ityoophiyaa…
Magaalaa Aggaarootti filannoo booda sochiin idilee eegalamuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) - Magaalaa Aggaarootti sochiin sababa filannoon guyyaa kaleessaa dhaabbatee ture har’a eegalamuu ibsameera.
Magaalichatti sababa…
Mattuu fi Baalee Roobeetti buufataalee filannootti bu’aan filannoo maxxanfameera
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Magaalaa Mattuu fi Baalee Roobeetti buufataalee filannootti bu’aan filannoo yeroo ifoomaa jira jedhameera.
Hawaasnis iddoolee bu’aan…
Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti buufataalee filannootti bu’aan filannoo yeroo ifoomaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti buufataalee filannootti bu’aan filannoo yeroo ifoomaa jiraachuu himameera.…
Magaalaa Adaamaa buufataalee filannoo tokko tokkotti bu’aan filannoo yeroo maxxanfamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Magaalaa Adaamaa buufataalee filannoo tokko tokkotti bu'aan filannoo yeroo maxxanfamaa jiraachuu ibsameera.
Saanduqni filannoo buufataalee…
Godina Daawurootti bu’aan filannoo sadarkaa buufataalee filannootti ifa taasiifamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Godina Daawurootti bu’aan filannoo sadarkaa buufataalee filannootti ifa taasiifamaa jiraachuu ibsameera.
Jiraattoonni filannoon bara kanaatti…