Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Shawaa Lixaatti Filannoon biyyaaleessaa marsaa 6ffaa nagaan xumuramuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Filannoon biyyaaleessaa marsaa 6ffaa nagaan xumuramuu Qajeelchi Poolisii Godina Shawaa Lixaa beeksiseera.
Rakkoo Nageenyaa xixiqqoo bakka…
Godina Arsii Lixaatti bu’aan yeroo filannoo buufataalee filannoottii ifa taasifamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti bu'aan yeroo filannoo buufataalee filannootti ifa taasifamaa jiraachuu ibsameera.
Hanga gabaasi kun…
Kutaa Nifas Silk Laaftootti adeemsi sagalee lakkaa’uu itti fufee jira
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Kutaa Nifas Silki Laaftootti adeemsi sagalee lakkaa’uu itti fufee jira jedhame.
Kutaa magaalichaatti naannoo filannoo 23 fi 19 tti buufataalee…
Gidduu Galeessa Goondaritti bu’aan sagalee sadarkaa buufatalee filannoo maxxanfameera
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa Gidduu Galeessa Goondaritti buufataalee filannoo 766 keessatti bu’aan sagalee galgala lakkaawwamaa ture maxxanfameera.…
Dooktar Abiy Adeemsi filannoo karaa nagaan xumuramu isaaf baga gammadan jedhaniiru
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Guyyaan har’aa ummata Ityoophiyaa maraaf guyyaa addaa ta’uu Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy filannoo…
Filannoon biyyaleessa karaan nagaan xumuramuun sagalee lakkaa’uun eegameera – Boordii Filannoo…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Filannoon biyyaleessa karaan nagaan xumuramuun sagalee lakkaa’uun eegalamuu Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksiiseera.…
Ogeeyyiin Miidiyaa Naamusa Ogummaa isaanii karaa eegeefi miira biyyummaa olaanoon hojii hojjetaniif…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Ogeeyyiin Miidiyaa Naamusa Ogummaa isaanii karaa eegeefi miira biyyummaa olaanoon hojii hojjetaniif galateeffamuu akka qaban Abbaan Taayitaa Miidiyaalee…
Magaalaa Goondaritti sagalee lakkaa’uun eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Naannoo Amaaraa magaalaa Gondaritti naannoo filannoo 2 buufata filannoo ogummaaf teeknikaa 01 ganda Shiroo Meedaatti filannoon marsaa 6ffaan…
Godina Arsii Lixaatti filannoon marsaa 6ffaan namoota sagalee laachuuf galmaa’an keessaa % 92…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Godina Arsii Lixaattii filannoon marsaa 6ffaan gaggeeffamaa oole xumuramuu ibsameera.
Buufatalee filannoo garagaraatti adeemsi…
Godina Jimmaatti filannoo marsaa 6ffaa nagaan xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Godina Jimmaatti filannoo marsaa 6ffaa nagaan xumurameera.
Godinichatti buufatalee filannoo kumni 1 fi 583 naannoolee filannoo 18 jalatti argaman…