Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo filannoo Baraak Alaltuutti namoonni kumni 91 ol sagalee laataan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Godina Addaa naannawaa Finfinnee Naannoo filannoo Baraak Alaltuutti namoonni kumni 91 fi 318 filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laataaniiru.
Naannoo…
Kombolchaatti lakkawwiin sagalee eegale
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Magaalaa Kombolchaatti lakkawwiin sagalee eegalaniiru.
Magaalichaatti naannoo filannoo Qaalluu 1ttiidha sagaleen lakka’aamuu kan eegalee.
Haaluma…
Dirree Dawaatti kenniinsi sagalee laachuu xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaatti kenniinsi sagalee laachuu xumurameera.
Magaalichaatti ganama sa’aatii 12 irraa eegalee adeemsii sagalee laachuu…
Magaalaa Asoosaatti namni dhuunfa kardii filannoo ciree adabame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Naannoo Beenishangul Gumuuz magaalaa Asoosaatti namni dhuunfa kardii filannoo ciree maallaqaa wayita adabamuu bifuma wal fakkatuun namni dhuunfa biroon…
Godina Baalee Bahaatti adeemsi sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaa xumuramuu himameera
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Godina Baalee Bahaatti adeemsi sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaa rakkoo tokko malee xumuramuu ibsameera.
Ajajaan Qajeelcha Poolisii…
Magaalaa Dambii Doollootti filannoo marsaa 6ffaa nagaan xumuramu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Godina Qellem Magaalaa Dambii Doollootti filannoo marsaa 6ffaa nagaan xumuraamu Qajeelchi Poolisii Godinicha beeksise.
Barii sa'a 12 irraa eegaluun…
Iddoolee sagalee laachuun itti xumurametti buufata cufuun sagalee lakkaa’uu eegaluun kan danda’amu…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalesaa iddoolee sagalee laachuun itti xumurametti buufata cufuun sagalee lakkaa’uu eegaluun kan danda’amu ta’uu…
Magaalaa Adaamaa buufataalee tokko tokkotti adeemsi filannoo laachuu akkuma itti fufetti jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Magaalaa Adaamaa buufataalee tokko tokkotti adeemsi filannoo laachuu akkuma itti fufetti jiraachuu ibsameera.
Magaalaa Adaamaa Kutaa…
Godina Arsii fi Magaalaa Asallaatti adeemsi sagalee laachuu xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Godina Arsii fi Magaalaa Asallaatti adeemsi sagalee laachuu xumurameera.
Naannoolee Filannoo 18 fi buufatalee filannoo kuma 1 fi 434 irratti adeemsa…
Godina Arsiitti filannoon biyyoolessaa marsaa 6ffaan rakkoo nageenyaa tokko malee gaggeeffamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Godina Arsiitti filannoon biyyoolessaa marsaa 6ffaa rakkoo nageenyaa tokko malee gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Daayrektarri Qajeelcha Poolisii…