Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan adeemsa filannoo eegee gaggeeffamu humni eeggataan Afrikaa…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan adeemsa filannoo eegee gaggeeffamu gareen Taajjabdootaa Humna Eeggataa Afrikaa Bahaa beeksiiseera.…
Iddoowwan tokko tokkootti buufataleen filannoo cufamaniiru
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Buufatalee filannoo tokko tokkootti adeemsii sagalee laachuu guutuumma guutuutti xumuramuu hordofee buufataleen filannoo cufamaniiru.
Adeemsi…
Adeemsi sagalee laachuu hanga sa’aatii 3:00tti kan itti fufu ta’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Adeemsi sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaa hanga sa’aatii 3:00tti kan itti fufu ta’uu Boordiin Filannoo biyyaalessaa beeksiise.
Buufataalee…
Godina Kafaa buufatalee filnnoo tokko tokkootti hanqina waraqaa filannoo muudatee sirreessuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Godina Kafaa buufatalee filannoo tokko tokkootti hanqina waraqaa filannoo muudatee sirreessuu hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Faanaa Broodkaasting…
Obbo Ashaadlii Hasan filannoo booda biqiltuu dhaabaan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Naannoo Beenishanguul Gumuuz obbo Ashaadlii Hasan filannoo booda biqiltuu dhaabaniiru.
Filannoo cinaatti biqiltuu dhaabuun…
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Abbayyii Coommaniti filannoon karaa nagaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti jiraattonni Aanaa Abbayyii Coomman filannoo marsaa 6ffaa karaa nagaan gaggeessaa jiraachuu ibsaniiru.…
Adaamaatti namoonni dhuunfa adeemsa filannoo burjaajeessuf yalaanii fi meeshaa waraanaa qabachuun…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti namoonni dhuunfa 2 adeemsa filannoo burjaajeessuf yalaanii fi buufata filannootti meeshaa waraanaa qabachuun argaman adabbii hidhaa…
Taajjabaan paartii morkataa kakaasii filannoo gaggeessaa ture harkaaf harkatti poolisiin to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa aanaa Minjaar Shankoraatti taajjabaan paartii morkataa kakaasii filannoo gaggeessaa ture harkaaf harkatti poolisiin…
Kutaa magaalaa Nifaas Silki laaftootti haatii da’umsaaf gahaa jirtu filannoo marsaa 6ffaaf sagalee…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Jiraattuun kutaa magaalaa Nifaas Silki laaftoo aadde Baanchigizee Asraat yaroo ulfaatti bakka bakkatti socho’uun ulfaataa ta’uus anaafis ta’ee dhala koo…
Haadholiin guyyaa har’aa dahan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laatan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Naannoo Kibbaa godina Silxee fi Naannoo Amaaraa magaalaa Chaaginiitti haadholiin guyyaa har’aa dahan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee…