Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Nageenya keenya eeggachaa filannoo filachuun barbaachisaadha – obbo Muusaa Adam
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Nageenya keenya eeggachaa filannoo filachuun barbaachisaa ta’uu Walitti qabaan Mana Maree Waloo Paartilee siyaasaa obbo Muusaa Adam himaniiru.…
Aanaalee fi Magaaloota godina Wallagga Lixaatti filannoo cinaatti sagantaan dhaabbii Biqiltuu…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Aanaalee fi Magaaloota godina Wallagga Lixaatti filannoo cinaatti sagantaan dhaabbii Biqiltuu gaggeeffamaa jiraachuu himameera.…
Aanaa Odaa Bultumitti filannoo marsaa 6ffaa karaa nagaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Godina Harargee Harargee Lixaa Aanaa Odaa Bultumittii filannoo marsaa 6ffaa karaa nagaan gaggeeffamaa jira.
Filannoon biyyaaleessaa marsaa 6ffaan…
Giddugaltummaa tokko malee bilisaan filannoo gaggeessaa jiraachuu jiraattoonni kutaa magaalaa…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Giddugaltummaa tokko malee bilisaan filannoo gaggeessaa jiraachuu jiraattoonni magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Araadaa himaniiru.
Kutaa…
Komishinichi naannoo Oromiyaatti filannoon haala gaariin gaggeeffamaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Komiishiniin Poolisii Oromiyaa naannoo Oromiyaatti filannoon haala gaariin gaggeeffamaa jiraachuu ibseera.
Koomishinichi filannoon biyyaalessaa marsaa…
Dooktar Abiy filannoo marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laatan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Jimmaa Aanaa Gommaa buufata filannoo Bashaashaa Sokoteetti argamuun sagalee laataniiru.
Nannoo…
Filannichi haalaa gaariin gaggeeffamaa jira-Boordii Filannoo
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Walitti qabduun Boordiin Filannoo Biyyoolessaa aadde Burtukaan Miidhaksaa hanga ammatti adeemsii filannichaa nagaan gaggeeffamaa jiraachuu…
Godina Qellem Wallaggaatti filannoo marsaa 6ffaa kara nagaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaatti Filannoo marsaa 6ffaa karaa nagaan gaggeeffama jira jedhameera.
Godinichatti Buufataalee filannoo garagaraa irratti…
Magaalaa Adaamaatti duulli Ashaaraa Magarisaa gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti duulli Ashaaraa Magarisaa gaggeeffameera.
Bara kana akka magaalaa Adaamaatti biqiltuun miiliyoona 4 dhabamuuf kan…
Godina Addaa Naannawaa Finfinnee Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii fi Aanaa Barakitti filannoon…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Godina Addaa Naannawaa Finfinnee Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii fi Aanaa Barakitti filannoon karaa nagaan gaggeeffamaa jira jedhame.…