Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahiwarqi filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee laatan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laataniiru.
Preezdaant Saahilawarq Kutaa magaalaa…
Injiinar Taakkalee Uumaan filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee laatan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalee Uumaan filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee laataniiru.
Injiinar…
Dooktar Diimaa Nagawoo filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee laatan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Dhuunfaan Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataaf kan dorgoman Dooktar Diimaa Nagawoo Godina Iluu Abbaa Boor buufata filannoo Goree 04’tti argamuun sagalee…
Godina Arsii fi magaalaa Asallaatti filannoo gaggeessuu cinaatti dhaabbiin biqiltuu raawwatamaa jira…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Arsii fi Magaalaa Asallaatti filannoon marsaa 6ffaan karaa nagaan gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Jiraattoonni godinichaa fi magaalaa…
Adeemsi filannoo rakkoo nageenyaa tokko malee gaggeeffamaa jira – Komishinii Poolisii Federaalaa
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Adeemsi filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaan rakkoo nageenyaa tokko malee gaggeeffamaa jiraachuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiise.…
Adeemsi filannoo hanga ammaatti jiru diimookiraatawaadha – Paartilee morkattootaa
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Adeemsi filannoo hanga ammaatti jiru hanqinoonni tokko tokko jiraatanis diimookiraatawaa ta’uu Paartileen morkattootaa ibsan.…
Naannoo Gaambeellaatti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan karaa nagaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) –Naannoo Gaambeellaatti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan karaa nagaan gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Buufataalee Filannoo 431…
Obbo Awwal Aarbaan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laatan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laataniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo…
Obbo Iristuu Yirdaawuu fi Dooktar Liyaa Taaddasaan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laatan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii Naannoo Kibbaa Obbo Irustuu Yirdaawuu fi Ministirri Ministeeraa Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan filannoo marsaa 6ffaaf…
Magaalaa Galaanitti filannoon marsaa 6ffaan karaa nagaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Galaanitti filannoon marsaa 6ffaan karaa nagaan gaggeeffamaa jiraachuu himameera.
Buufata filannoo 10 irratti jiraattoonni kaardii…