Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Duukamitti filannoon marsaa 6ffaan karaa nagaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Duukamitti filannoon marsaa 6ffaan karaa nagaan gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Magaalichatti buufanni filannoo 16 irratti…
Aadde Caaltuu Saaniin filannoo marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laatan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Itti aantuun Preezdaantii fi Qindeessituun Misooma magaaloota Oromiyaa Aadde Caaltuu Saaniin Haramayyaatti argamuun filannoo marsaa 6ffaaf…
Magaalaa Amboo fi Naannawaa isheetti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Amboo fi Naannawaa isheetti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan haala tasgabbii qabuun gaggeeffamaa jira jedhame.
Uummanni…
Obbo Shimallis Abdiisaan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laatan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dandii Magaalaa Ginciitti argamuun…
Proofeesar Birihaanuu Naggaan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laataniiru
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Proofeesar Birihaanuu Naggaan Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Niifas Silki Naannoo Filannoo 23 tti Buufata Filannoo 05 tti argamuun sagalee…
Dooktar Injinar Silashiin filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laataniiru
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Iinarjii Dooktar Injinar Silashiin Baqqalaan Kutaa Magaalaa Booleetti argamuun filannoo marsaa 6ffaaf…
Magaalaa Bishooftuutti filannoon marsaa 6ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Bishooftuutti filannoon marsaa 6ffaan sa’atii 12:00 irraa eeagalee gaggeeffamaa jira jedhame.
Magaalichatti buufataaleen Filannoo 103…
Magaalaa Shaashamanneetti Filannoo nagaan gaggeessaa biqiltuunis dhaabbamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Shaashamanneetti Filannoo nagaan gaggeessaa biqiltuunis dhaabbamaa jiraachuu ibsameera.
Magaalaa Shaashamannee buufataalee filannoo…
Obbo Taaggasee Caafoo fi Dassitaa Leeddaamoon filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laatan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Obbo Taaggasee Caafoo fi Dassitaa Leeddaamoon filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laataniiru.
Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo…
Aadde Adaanachii fi Ambaasaaddar Diinaan sagalee laatan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Aadde Adaanachi Abeebee fi Ambaasaaddar Diinaa Muftiin kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti argamuun…