Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Sulultaatti filannoon marsaa 6ffaa fi sirni biqiltuu dhaabuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Addaa Naannawaa Finfinnee Magaalaa Sulultaatti filannoon marsaa 6ffaa fi sirni biqiltuu dhaabuu wal cinaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.…
Godina Shawaa Kaabaatti filannoo marsaa 6ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Magaalaa Fiichee fi aanaalee Godinichaatti filannoon gaggeeffamaa jira jedhame.
Magaalaa Fiichee fi Aanaa Giraar…
Godina Gujii Lixaa fi Godina Booranaatti filannoon gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Gujii Lixaa Bulee Horaa fi Godina Booranaa Mooyaalee fi Yaaballootti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan gaggeeffamaa jira.…
Godina Arsii fi Magaalaa Asallaatti Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Arsii fi Magaalaa Asallaatti Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan haala gaariin gaggeeffamaa jira jedhame.
Filannoon kanarratti qaama…
Godina Baaleetti filannoon marsaa 6ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaa Godina Baaleetti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan haala tasgabbii qabuun gaggeeffamaa jira.
Feesbuukii keenyan dabalata…
Magaalaa Aarbaa Mincitti filannoon marsaa 6ffaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Aarbaa Mincitti adeemsi sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamaa jira.
Magaalichatti buufataaleen filannoo 192 irratti…
Naannoo Filannoo Aanaa Kofalee Buufata Filannoo Magaalaa Kofalee lakkoofsa 02 Ltti filannoon…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Naannoo Filannoo Aanaa Kofalee Buufata Filannoo Magaalaa Kofalee lakkoofsa 02 L tti ummanni kaardiisaatiin sagalees laataa jiru.…
Magaalaa Shaashamannee buufata filannoo Faajjii Meexxii lakkoofsa 2ffaatti filannoon gaggeeffamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Naannoo filannoo Shaashamannee buufata filannoo Faajjii Meexxii lakkoofsa 2ffaatti hawaasni ba’ee sagalee kennaa jira.
Buufata kanatti…
Godina Arsii Lixaa Magaalaa shaashamanneetti filannoon gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Magaalaa shaashamanneetti filannoon gaggeeffamaa jira.
Magaalichatti buufata filannoo Araadaa lakkoofsa 3tti filannoon…
Magaalaa Dirree Dawaatti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Magaalaa Dirree Dawaatti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan haala hoo’aa ta’een gaggeeffamaa jira.
Jiraattoonni magaalichaa hiriiraan…