Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Adaamaa dabalatee Aanaalee naannawaa isheetti filannoon eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Magaalaa Adaamaa dabalatee Aanaalee naannawaa isheetti filannoon eegalameera.
Magaalaa Adaamaatti buufanni filannoo 3 fi buufataaleen…
Magaalaa Goondaritti filannoon eegale
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Naannoo Amaaraa magaalaa Goondaritti buufata filannoo Waarkaatti filannoon marsaa 6ffaa biyyaaleessaa jalqabameera.
Buufata kanatti namoonni…
Magaalaa Aggaaroo fi Jimmaatti filannoon eegale
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Magaalaa Aggaaroo fi Jimmaatti filannoon eegalameera.
Filannichi taajjabdoonni korojoon filannoo duwwaa ta'uusaa erga mirkaneessaniin booda…
Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan kutaalee biyyattii filannoon itti gaggeeffamu hundatti eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Filannoon biyyaalesaa marsaa 6ffaan kutaalee biyyatti filannoon itti gaggeeffamu hundatti eegalameera.
Magaalaa Aggaaroo, Dirree Dawaa,…
Dirree Dawaatti buufataaleen filannoon akka itti hin gaggeeffamne dhorkamanii turan 6 guyyoo boruu…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaatti buufataaleen filannoon akka itti hin gaggeeffamne dhorkamanii turan 6…
Sagantaan dhaabbii biqiltuu mata duree ‘Nan filadha Ashaaraa Magaariisaa kiyyas nan ka’aa’ jedhu…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Ministeerri Qonnaa sagantaan dhaabbii biqiltuu mata duree ‘Nan filadha Ashaaraa Magaariisaa kiyyas nan ka’aa’ jedhu guyyaa boruu ni gaggeeffamaa jechuun…
Naannolee filannoo saanduqoonni cuquliisni waraqaa sagalee laachuu qabatan banamanii argamanitti…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Naannolee filannoo saanduqoonni cuquliisni waraqaa sagalee laachuu qabatan banamanii argamanitti filannoon hin gageeffamnee ta’uu Boordiin Filannoo…
Komishiinichi filannoo guyyaa boruu karaa nagaan akka gaggeeffamuuf qophii duraa xumuru ibse
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)-Komiishinii Poolisiin Oromiyaa filannoo guyyaa boruu karaa nagaan akka gaggeeffamuuf qophii duraa xumuru ibseera.
Komishiinichi qophii hundaa xumuree…
Buufataalee filannoo magaalaa Adaamaa dabalatee godina Shawaa bahaa meeshaaleen filannoo qaqqabeera
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Buufataalee filannoo magaalaa Adaamaa dabalatee godina Shawaa bahaa meeshaaleen filannoo qaqqabuu ibsame.
Buufataleen filannoo kunnee…
Godina Booranaatti filannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamuuf qophiin xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) - Godina Booranaatti Filannoo marsaa 6ffaa boru gaggeeffamuuf qophiin xumuramuu Boordiin Filannoo Damee godinichaa beeksiise.
Jiraattoonni…