Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa fi Somaaliyaan waliigaltee daldalaa mallatteessan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Somaaliyaan waliigaltee daldalaa mallatteessaniiru.
Biyyoonni lamaan waliigaltee daladalaa oomishaa qurxummii Mooqaadishoo gara…
Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti filannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamuuf qophiin xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) - Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti filannoo marsaa 6ffaa guyyaa boruu gaggeeffamuuf qophiin xumuramuu ibsameera.
Buufataaleen filannoo…
Kutaa magaalaa Araadaatti meeshaaleen filannoo raabsamaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Araadaatti meeshaaleen filannoo raabsamaa jiraachuu ibsameera.
Kutaa magaalichaatti buufatalee 98 qaba jedhaniiru.…
Kutaa magaalichatti guyyaa filannoo sagantaa Ashaaraa Magariisaa gaggeessuuf qophiin xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) - Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti guyyaa filannoo sagantaa Ashaaraa Magariisaa gaggeessuuf qophiin xumurame Waajjirri Eeggumsa Naannoo fi…
Komishinichi filannoon guyyaa boruu gaggeeffamu karaa nagaan akka xumuramuuf qophii barbachiisaa…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Komiishinii Poolisii Federaalaa filannoon biyyoolessaa marsaa 6ffaa guyyaa boruu gaggeeffamuu karaa nagaan akka xumuramuuf qophii barbaachisaa xumuruun…
Shawaa Kaabaatti filannoo marsaa 6ffaa boru gaggeeffamuuf qophiin hundi xumuramuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) -Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Kaabaatti Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa guyyaa boruu gaggeeffamuuf qophiin barbaachisu hundi xumuramuu Waajjirri…
Filannoo booda rakkoon nageenyaa akka hin muuddanne qophoofne – Jiraattoota magaalaa Bishaan…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) - Filannoon booda magaalaan nageenya beekamtuun akka itti fuftu taasiisuuf qophaa'uu jiraattoonni magaalaa Bishaan Gurraachaa dubbaataniiru.…
Jiraattoonni bulchiinsa Magaalaa Baabbilee filannoo marsaa 6ffaaf qophii ta’uu himan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaatti jiraattoonni Bulchiinsa Magaalaa Baabbilee filannoo marsaa 6ffaaf qophii ta’uu himaniiru.
Jiraattoonni Bulchiinsa…
Godina Gujiitti qophiin filannoo xumuramu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Godina Gujiitti qophiin filannoo xumuramuu ibsameera.
Meeshaan filannoo buufataalee filannoo 572 qaqqabuu ibsameera.
Jiraattoonnii godinichaa erga…
Magaalaa Shaashamanneetti filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa boru gaggeeffamuuf qophiin barbaachisu…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) - Magaalaa Shaashamanneetti filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa boru gaggeeffamuuf qophiin barbaachisu xumuramuu Waajjirri Qindeessa Filannoo naannoo…