Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gimbiitti filannoo marsaa 6ffaaf qophiin xumuramu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Godina Wallagga Lixaa magaalaa Gimbiitti filannoo marsaa 6ffaaf qophiin xumuramuu ibsameera.
Naannoo Buufataalee filannoo Gimbiitti Filannoo…
Godina Arsii fi magaalaa Asallaatti filannoo marsaa 6ffaa boru gaggeeffamuuf qophiin barbaachisu…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) - Godina Arsii fi magaalaa Asallaatti filannoo marsaa 6ffaa boru gaggeeffamuuf qophiin barbaachisu xumuramuu Waajjirri Qindeessaa Boordii Filannoo…
Adaraa biyyi nurra keessee haqummaan haa baanuu-kutaa magaalaa Lammii Kuraatti dargaggoo filannoo…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Adaraa biyyi nurra keessee haqummaan haa baanuu jechuun kutaa magaalaa Lammii Kuraatti dargaggoo filannoo raawwachiisaan himaniiru.
Filannoon marsaa…
Magaalaa Finfinneetti qophiin filannoof barbaachisan taasiifamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa adda addaatti qophiin filannoof barbaachisan taasiifamaa jiraachuu bulchiinsi magaalicha beeksiise.
Kutaalee…
Magaalichaatti filannoon geejjibaa hundi filannichaaf ganamarra eegalanii tajaajilaa ni laatu-Biiroo…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Filannoo guyyaa boruu gaggeeffamuuf magaalaa Finfinneetti filannoowwan geejjiba hundi ganamarraa eegalanii tajaajilaa kan laataan ta’uu Biiroon…
Aanaa shaashamanneetti qeerroon deeggarroota nageenyaa filannoo boru gaggeeffamuuf qophii ta’uu…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) – Aanaa shaashamanneetti qeerroon deeggarroota nageenyaa filannoo boru gaggeeffamuuf qophii ta’uu ibsaniiru.
Godina Arsii Lixaa Aanaa…
Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti meeshaaleen filannoo raabsamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) -Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lammii Kuraatti meeshaaleen filannoo raabsamaa jiraachuu ibsameera.
Kutaa magaalichaatti jiraattoonni…
Magaalaa Aggaarootti filannoon marsaa 6ffaaf qophiin xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)-Magaalaa Aggaaroo fiGommaa naannoo filannoo 2 tti Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii dabalatee Izeemaa fi Paartiin Haadhaa mana maree bakka…
Giddugaleessa Gondaritti filannoo guyyaa boruu gaggeeffamuuf qophiin xumuramu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)-Naannoo Amaaraa giddugaleessa Gondaritti filannoo biyyaaleessaa marsaa 6ffaa guyyaa boruu gaggeeffamuuf qophiin barbaachisu taasifamuu ibsameera.…
Filannoon marsaa 6ffaa karaa nagaan akka xumuramu ga’ee keenya ni baana – jiraattoota magaalaa…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) – Jiraattoonni godina Shawaa Baha magaalaa Waanjii fi Awash Malkaa Sa'aa filannoon marsaa 6ffaa karaa nagaan akka xumuramu ga’ee isaanii kan…