Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Filannoo marsaa 6ffa boru gaggeeffamuuf qophiin xumurame – Dooktar Abiy
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) - Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffa guyyaa boruu gaggeeffamuuf qophiin barbaachisu xumuramuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Magaalaa Bishaan Gurraachaatti filannoo boru gaggeeffamuuf qophiin xuramu himame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) - Magaalaa Bishaan Gurraachaatti filannoo boru gaggeeffamuuf buufataaleen filannoo qophii ta’uu ibsameera.
Qindeessaan buufata filannoo B…
Naannoo Filannoo Amboo 1tti qophileen Filannoof barbaachisan taasifamaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) - Naannoo Filannoo Amboo 1tti qophileen Filannoof barbaachisan taasifamaa jiru jedhame.
Naannoo Filannoo Amboo Tokkoo jalatti buufataaleen…
Qonnaan Bultoonni Shawaa Bahaa sagalee laachuun hirmannaa siyaasaa mirkaneeffachuuf qophii ta’uu…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) – Qonnaan Bultoonni Godina Shawaa Bahaa sagalee laachuun hirmannaa siyaasaa mirkaneeffachuuf qophii ta’uu ibsaniiru.
Qonnaan bultoonni…
Jiraattoonni magaalaa Hawaasaa Filannoo boru gaggeeffamuuf sagalee laachuuf qophii ta’uu ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaa Filannoo boru gaggeeffamuuf sagalee laachuuf qophii ta’uu ibsaniiru.
Jiraattoonni…
Shawaa Kaabaatti Filannoon marsaa 6ffaa gaggeeffamu karaa nagaan akka xumuramu qophiin xumurame…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaatti Filannoon marsaa 6ffaa gaggeeffamu karaa nagaan akka xumuramu qophii barbaachisu taasiisuu Poolisiin…
Guyyaa filannoo hordoffii mirga namoomaa taasiisuuf ogeeyyiin bobba’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) – Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa guyyaa filannoo hordoffii haala mirga namoomaa taasiisuuf ogeeyyii bobbaasuu beeksiise.
Guyyaa boruu…
Shawaa Lixaatti guyyaa filannoo marsaa 6ffaaf biqiltuu miiliyoona 4.6 dhaabuuf qophiin xumuramuu…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) –Godina Shawaa Lixaatti guyyaa filannoo marsaa 6ffaa biqiltuuwwan miiliyoona 4.6 dhaabuuf qophiin xumuramuu Waajjirri Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa…
Shawaa Bahaatti Filannoo marsaa 6ffaaf qophiin xumuramaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Bahaatti Filannoo marsaa 6ffaaf qophiin xumuramaa jiraachuu Waajjirri Qindeessaa Boordii Filannoo godinichaa beeksiise.…
Eeyyama malee cidhaa fi sababoota garaagaraan richiitiin akka hin dhukaafamne poolisiin hubachiise
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) – Eeyyama malee cidhaa fi sababoota garaagaraan richiitiin akka hin dhukaafamne Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee hubachiise.
Iddoolee…