Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan hawwii gaarii ibsuu paartilee siyaasaa gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) – Sagantaan hawwii gaarii ibsuu paartilee siyaasaa filannoo marsaa 6ffaarratti hirmaatanii gaggeeffameera.
Sagantichi 'Maayind Ityoophiyaan' kan…
Taphoota Waancaa Awurooppaan Jarman Poorchuugaal yoo injifattu, Faransaay Haangaarii waliin qixa…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) – Taphni Waancaa Awurooppaa Poorchuugaalii fi Jarman gidduutti gaggeeffame olaantummaa Jarmaniin xumurameera.
Jarman duubaa ka'uun Poorchuugaal goolii…
Godina Addaa Naannawaa Finfinneetti filannoo marsaa 6ffaa gaggeessuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Godina Addaa Naannawaa Finfinneetti naannolee filannoo 6 irratti filannoo marsaa 6ffaa gaggeessuuf qophiin xumuramuu Waajjirri Qindeensaa Boordii…
Godina Arsii Lixaatti filannoon marsaa 6ffaan karaa nagaan akka xumuramu qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Godina Arsii Lixaatti filannoon marsaa 6ffaan karaa nagaan akka xumuramu qophiin xumuruu jiraattoonni aanaalee godinichaa ibsan.
Filannoon…
Godina Iluu Abbaa Booritti meeshaaleen filannoo raabsamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Godina Iluu Abbaa Booritti meeshaaleen filannoo buufatalee filannoo 506 irratti rakkoo tokko malee raabsamaa jiraachuu Waajjirri Qindeessaa Boordii…
Bulchiinsi magaalichaa guyyaa filannoo biqiltuuwwan kuma dhibba 2 dhaabuuf karoorsuu beeksiise
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Bulchiinsii Magaalaa Dirree Dawaa Guyyaa Filannoo biqiltuuwwan kuma dhibba 2 dhaabuuf karoorsuu beeksiiseera.
Guyyaa filannichaa…
Magaalaa Goondaritti guyyaa filannoo biqiltuu kuma 30 dhaabuuf qophiin xumuuramuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Magaalaa Goondaritti guyyaa filannoo biqiiltuu kuma 30 dhaabuuf qophiin xumuuramuu Qajeelchi Qonnaa magaalichaa beeksiiseera.…
Kitaabni Ambaasaaddar Dagafee Bulaan barreeffame eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) – Kitaabni mata dureen isaa siyaasaa fi amantiin ijaarsa biyyaa keessatti jedhuun Ambaasaaddar Dagafee Bulaan barreeffame eebbifameera.…
Loogii malee amanamummaan filannoo ni raawwachiifna – Raawwachiiftoota Filannoo
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Raawwachiistoonni filannoo loogii malee amanamummaan filachiisuuf kutannoon kan hojjetan ta’uu beeksisan.
Godina Arsii Lixaa Aanaa Qoreetti…
Godina Jimmaatti meeshaaleen filannoo marsaa 6ffaaf barbaachisan hundi dhiyaachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Godina Jimmaatti meeshaaleen filannoo marsaa 6ffaaf barbaachisan hundi dhiyaachuu Waajjirri Qindeensaa Boordii Filannoo beeksiisa.
Meeshaaleen…