Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Shawaa Bahaatti filannoo marsaa 6ffaaf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) – Godina shawa Bahatti filannoo biyyollessaa marsaa 6ffaaf qophiin xumuramuu Waajjirri Qindeessaa Boordii filannoo godinicha beeksise.…
Godina Walloo Kaabaatti meeshaaleen filannoo qaqqabaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Godina Walloo Kaabaatti meeshaaleen filannoo qaqqabaa jiraachuu Waajjirri Qindeessaa Boordii Filannoo godinichaa beeksiisee.
Godinicha…
Filannoo gaggeessuu fi nageenya eegsiisuun ga’ee keenya – jiraattoota magaalaa Boongaa
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Filannoo gaggeessuu fi nageenya eegsiisuun ga’ee isaanii ta’uu jiraattoonni magaalaa Boongaa dubbatan.
Birmadummaa biyyaa mirkaneessuuf…
Humna Poolisii magaalaa Finfinnee madaalu qopheessuun barbaachisaadha – Aadde Adaanach
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) – Humna Poolisii magaalaa Finfinnee madaalu qopheessuuf caalmaatti hojjechuun barbaachisaa ta’uu itti aantuun Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde…
Meeshaaleen Filaannoo Godina Beenchii Shaakkoo magaalaa Miizaan Amaan qaqqabuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Meeshaaleen Filaannoo Godina Beenchii Shaakkoo magaalaa Miizaan Amaan qaqqabuu Qindeessaa Boordii Filannoo godinichaa beeksiiseera.
Itti…
Filannoon karaa nagaan akka xumuramuu qophii barbaachisu taasiisuu Komishiniin Poolisii Dirree Dawaa…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Filannoon marsaa 6ffaa karaa nagaan akka xumuramuu qophii barbaachisu taasiisuu Komishiniin Poolisii Dirree Dawaa beeksiseera.…
Naannoo Sidaamaa fi Kibbaatti raabsi meeshaalee filannoo harki caalu qaqqabuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Naannoo Sidaamaa fi Kibbaatti raabsi meeshaalee filannoo harki caalu qaqqabuu Waajjirri Qindeessaa Filannoo Damee Kibbaa fi Naannoo…
Komishinichi uffata dambii fi Aasxaa jijjiiree agarsiisaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee uffata dambii fi Aasxaa jijjiire Addabaabayii Masqalaatti bakka keessummoonni garagaraa argamanitti…
Godina Arsii Lixaatti meeshaaleen filannoof barbaachisan yeroon qaqqabuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaallaatti meeshaaleen filannoo fi meeshaaleen ittisa vaayirasii koronaa yeroon qaqqabuu ibsameera.
Meeshaaleen…
Ergama biyyaalessaa ga’umsaan ba’uuf qophii guutuu taasiisuu Komishiniin Poolisii Federaalaa…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Filannoo marsaa 6ffaa milkeessuuf ergama biyyaalessaa ga’umsaan ba’uuf qophii guutuu taasiisuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiiseera.…