Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Chaayinaa talaallii Covid -19 doozii kuma dhibba 1 Ityoophiyaaf arjoome
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Mootuummaan Chaayinaa gama Dhaabbata Fannoo Diimaa Chaayinaan Waldaa Fannoo Diimaa Ityoophiiyaaf talaallii Covid -19 doozii kuma dhibba 1 arjoomera.…
Godina Jimmaatti filannoo marsaa 6ffaaf qophiin xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) –Godina Jimmaatti filannoo marsaa 6ffaaf qophiin taasiifamu xumuramuu Waajjirri Qindeessaa Filannoo godinichaa beeksiise.
Godinichatti namoonni…
Gaazeexeessitoonni idil addunyaa 89 filannoo marsaa 6ffaa gabaasuuf eeyyama argatan gara Ityoophiyaa…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Gaazeexeessitoonni idil addunyaa 89 filannoo marsaa 6ffaa biyyaalessa gabaasuuf eeyyama argatan gara Ityoophiyaa galuu Abbaan Taayitaa Miidiyaalee…
Godina Arsii Lixaatti filannoo marsaa 6ffaa milkeessuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti filannoo marsaa 6ffaa Wiixata dhufu gaggeefamu milkeessuuf qophii ga’aan taasifamu Qindeessaan Boordii Filannoo Godina Arsii…
Jilli dhimma miidhaa Godaantoota Ityoophiyaarratti mari’atu gara Saa’ud Arabiyaa imale
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) - Jilli dhimma miidhaa Godaantoota Ityoophiyaarratti mari’atu gara Saa’ud Arabiyaa imaluu ibsame.
Jilli hoggantoota olaanoo Ministeera…
Godina Walaayittaatti filannoo gaggeessuuf qophiin barbaachisu xumuramuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Godina Walaayittaatti filannoo gaggeessuuf qophiin barbaachisu xumuramuu Waajjirri Qindeessaa Filannoo godinichaa beeksiiseera.…
‘Nan filadha, Ashaaraa magariisaa koo nan ka’aa’ mata duree jedhuun biqiltuun miiliyoonni 2.8…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti ‘Nan filadha, Ashaaraa magariisaa koo nan ka’aa’ mata duree jedhuun biqiltuun miiliyoonni 2.8 ol dhaabbiif qophaa’uu ibsame.…
Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa fi Dhaabbanni ‘J.I.Z’ Jarman waliigaltee Proojektii…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa fi Dhaabbanni ‘J.I.Z’ Jarman waliigaltee Proojektii mallatteessaniiru.
Waliigaltichi jireenya naannoo…
Humni eeggataa Afrikaa Bahaa garee filannoo taajjabu gara Ityoophiyaatti ergu ibse
Fifinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC)- Humni eeggataa Afrikaa Bahaa garee filannoo taajjabu gara Ityoophiyaatti ergu ibseera.
Gareen taajjabduu kun affeerraa Ityoophiyaan taasifteefin…
Manneen Murtii Federaalaa guyyaa filannoo gariin banaa ta’uun tajaajila ni laatuu jedhame
Fifinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC)- Manneen Murtii Federaalaa Waxabajjii 14, 2013 filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaa gariin banaa ta’uun tajaajilaaf ni laatuu jedhameera.
Manneen murtii…