Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qaamoleen seera kabachiisan wayita filannoo mirga namoomaa akka kabajan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Qaamoleen Seera kabachiisan wayita filannoo mirga namoomaa kabajuun akka socho’an Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa waamicha…
Hidha Haaromsaa ilaalchisee hayyoota Yuunvarsiitiif ibsi taasiifame
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan haala waqtaawaa Hidha Haaromsaa ilaalchisee hayyoota…
Jiraattoonni Godina Shawaa Bahaa namoota Magaalaa Axaayeetti rakkoof saaxilamaniif deeggarsa…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC)- Jiraattoonni Godina Shawaa Bahaa Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa Magaalaa Axaayeetti namoota sababa rakkoo tibba darbe mudateen rakkoof…
Naannoo Amaaraa magaalaa Goondaritti meeshaaleen filannoo garaagaraa dhiyaachuun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa magaalaa Goondaritti meeshaaleen filannoo garaagaraa dhiyaachuu isaanii ibsame.
Akka magaalaa Goondaritti naannoon filannoo 2…
Mariin shoora hayyoota Hidha haaromsaa guddicharratti xiyyeeffate viidiyoo konfiraansiin gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC)- Mariin shoora hayyoota Hidha haaromsaa guddicharratti xiyyeeffate viidiyoo konfiraansiin gaggeeffameera.
Maricha Ministeera Dhimma Alaa, Ministeera…
Filannoo Wiixata dhufuu gaggeeffamu taajjabuuf taajjabdoonni Finfinnee gala jiru
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC)- Filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaa Wiixata dhufuu gaggeeffamuu taajjabuuf taajjabdoonni Finfinnee gala jiru.
Preezdaantiin Naayijeeriyaa duraanii fi…
Filannoon karaa nagaan akka xummuramu ga’ee isaanii ba’uuf qophii ta’uu dargaggoonni magaalaa…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Filannoon marsaa 6ffaan karaa nagaan akka xummuramu ga’ee isaanii ba’uuf qophii ta’uu dargaggoonni magaalaa Finfinnee ibsaniiru.
Bu’aa…
‘Ijaarsa nageenya biyyaalessaarratti ilaalcha qaamolee nageenya’ mata duree jedhuun mariin paanaalii…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – ‘Ijaarsa nageenya biyyaalessaarratti ilaalcha qaamolee nageenya’ mata duree jedhuun mariin paanaalii gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.…
Imbaasii fi Waajjirri Qoonsilaa Ityoophiyaa Jiibuutiitti argaman qabiyyeen isaanii osoo hin…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Imbaasii fi Waajjirri Qoonsilaa Ityoophiyaa Jiibuutiitti argaman qabiyyeen isaanii osoo hin jijjiirramin haala addaan haaromuufi jedhame.
Gamoowwan…
Dooktar Abiy Ahimad af gaaffii miidiyaleef laataan yeroo qalbeeffaannatti akka hin dabarree ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad af gaaffii tibbaa kana miidiyaaleef laataan yeroo qalbeeffaannatti akka hin dabarree Abbaan Taayitaa…