Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boordiin filannoo biyyoolessaa ibsa late
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)-Boordiin Filannoo Byyoolessaa Ityoophiyaa ibsa laateera.
Ibsicha kan laatan hoggantuu kominikeeshiii boordicha aadde Sooliyaanaa Shimallisiidha.…
Preezdaant Saahilwarq Zawdeen ambaasaaddara hojii isaanii xummuran gaggeessan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ambaasaaddara hojii isaanii xummuran gaggeessaniiru.
Preezdaantiittiin Ambaasaaddara Joordaan Ityoophiyaatti…
WMOn mana Barumsaa Bultii Addaa Adaamaatti barattoota qormaata kutaa 12ffaa qabxii olaanaa…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Waldaan Misooma Oromiyaa barattoota Mana Barumsaa Bultii Addaa Adaamaatti,bara barnoota 2012 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qabxii olaanaa…
Yuunvarsiitiin Haramayyaa dargagoota gurmaa’un Haroo Haramayyaarra hojjetaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)-Yuunvarsiitiin Haramayyaa dargagoota gurmaa’un Haroo Haramayyaarra hojjetaniif deeggarsa taasiseera.
Yuunvarsiitiichi deeggarsa dargaggoota qurxummii…
Imaamni Al Azihar Gibtsi hidha haaromsaa ilaalchisee ibsi laate haqa Ityoophiyaa kan sarbeedha…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Imaamni Alaazar Gibtsi hidha haaromsaa ilaalchisee ibsi laate haqa Ityoophiyaa kan sarbe ta’uu Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota…
Godina Shakkaatti manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Giiftii Duree Ityoophiyaa Zinnaash Taayyaachoon…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Godina Shakkaatti manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Giiftii Duree Ityoophiyaa aadde Zinnaash Taayyaachoon ijaarramee eebbifameera.
Sirna eebbichaarrtti…
Jiraattoonni magaalaa Gondar filnnoo biyyoolessaaf gaggeeffamurratti sagaleesaanii laachuuf qophii…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Jiraattoonni naannoo Amaaraa magaalaa Gondar filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaa Wiixata dhufuu gaggeeffamurratti sagaleesaanii laachuuf qophii ta’u…
Maqaleetti midhaan deeggarsaa kuntaalli 400 kuusaa dhuunfaa keessatti bu’aa ture to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Magaalaa Maqaleetti Midhaan deeggarsa namoomaa kuntaalli 400 kuusaa dhuunfaa lama keessatti bu’aa ture eeruu ummataan to’atamuu ibsameera.…
Kitaabota Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin qophaa’anirratti mariin taasifame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Waajjira Preezdaantiitti marii Gumii Balaliin kitaaboota Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin qophaa’an sadi irratti mariin taasifameera.…
Qormaanni kutaa 8ffaa guyyoota 3f laatamaa ture xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)-Qormaanni Naannoo Kutaa 8ffaa guyyoota sadiif kennamaa ture xumuramuu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Oromiyaa keessatti qormaatni kutaa 8ffaa…