Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Jaappaan deeggarsa dhaabbata leenjii nageenya kabachiisuu idil addunyaaf taasise
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Mootummaan Jaappaan dhaabbata leenjii nageenya kabachiisuu idil addunyaaf deeggarsa doolaraa Ameerikaa kuma dhibba 8 fi kuma 50 taasiseera.…
Burtukaan Miidhaksaan Paartilee siyaasaa galateeffatan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) –Walitti Qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Burtukaan Miidhaksaan Paartileen siyaasaa falmii nagaa gaggeessaa turuu isaaniif…
Filannoo seenaa-qabeessa gaggeessuuf qophiin xumurame – Mootummaa naannoo Oromiyaa
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Filannoo seenaa-qabeessa gaggeessuuf qophiin xumuramuu Mootummaa naannoo Oromiyaa beeksiise.
Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Dooktar Abiy Godina Beenchii Shakkoo magaalaa Miizaan Amaan akka naannichaatti sagantaa Asaahaaraa…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)-Har’a ganama Godina Beenchii Shakkoo magaalaa Miizaan Amaan kan galaan Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad akka naannichaatti sagantaa Asaahaaraa…
Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Miizaan Amaan galan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimid magaalaa Miizaan Amaan galaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad naannoo Kibbaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa 2013…
Preezdaant Saahilawarq ambaasaaddara hojii isaanii xummuran gaggeessan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen ambaasaaddara hojii isaanii xumuran gaggeessaniiru.
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ambaasaaddara…
Naannoo Tigraayitti namoonni qamadii deeggarsaaf dhiyaate gurguruuf yaalaa turan to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti namoonni dhuunfaan qamadii deeggarsaaf kuntaala kuma 4 fi 500 gurguruuf yaalaa turan to’atamuu Biiroon Nageenyaa Bulchiinsa Yeroo…
Finfinneetti giddugalli Misooma Ogummaa fi Teekinikaa Afriikaa Bahaa ijaarramuufi
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti giddugalli Misooma Ogummaa fi Teekinikaa Afriikaa Bahaa ijaarramuufi.
Giddugalichi deeggarsa Baankii Addunyaarra doolaraa…
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa filannoon dhufuu nagaan akka xumuramuuf waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa filannoon dhufuu nagaan akka xumuramuuf waamicha dhiyeessaniiru.
Filannoon marsaa 6ffaa dhimmoonni…
Ityoophiyaan tarree biyyoota teeknooloojiin balfarraa humna anniisaa maddisiisuun adda duree ta’an…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan tarree biyyoota hojiilee teeknooloojiin balfarraa humna anniisaa maddisiisuun adda duree ta’an bara 2021 keessatti hammatamte.…