Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiilee Saa’ud Arabiyaa jiran gara biyyaatti deebisuuf hojiilen eegalaman cimee itti fufa –…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Lammiilee Saa’ud Arabiyaa jiran gara biyyaatti deebisuuf hojiileen eegalaman cimee kan itti fufu ta’uu Ministeerri Nageenyaa beeksiise.…
Nageenyi Ityoophiyaa nageenya Gaanfaa Afrikaaf murteessaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Keeniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Mallas Alam sadarkaa itti aanaa bareessaatti daayreektarri olaanaa waajjiira Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii…
Feesbuukiin Ityoophiyaatti fuulawwan odeeffannoo sobaa tatamsaasan cufe
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Feesbuukiin Ityoophiyaatti fuulawwanii fi gareewwan odeeffannoo sobaa tatamsaasan cufuu beeksiiseera.
Dhaabbatichi filannoo biyyaalessaa…
Bunni seeraan alaa fi baalli sammuu adoochu ta’atame
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Buufata to’annoo Gumrukaa damee Shashamanneetti Baalli Sammuu adoochu Kaanaabis jedhamuu fi Bunni seeraan alaa to’atame.
Kaanaabisiin kiiloo…
Tokkummaan keenya miidhaginaa fi jabina keenya – Dooktar Abiy
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad tokkummaan keenya miidhaginaa fi jabina keenyaa jedhan.
Miirrii ummataa har’a Jimmaa hanga…
Boordichi kaadhimamtoota filannoo dhuunfaa 148f deeggarsi Birrii kuma 50 akka laatamu murteesse
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa kaadhimamtoota filannoo dhuunfaa 148f deeggarsi Birrii kuma 50 tokkoon tokkoo isaaniif akka laatamu…
Aadde Adaanach Gaabiiwwan waltajjii adda addaarratti kennaan argatan harka qaleeyyiif arjooman
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Gaabiiwwan/Kutaawwan waltajjii adda addaarratti kennaan argatan harka qaleeyyiif…
Lammiileen Ityoophiyaa 381 Saa’ud Arabaiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 381 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyya deebi’aniiru.
Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil…
Godina Arsiitti lafa hektaara kuma dhibba 3 fi kuma 54 kilaasteraan misoomsuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Godina Arsiitti Qonna gannaa bara kaanaan lafa hektaara kuma dhibba 3 fi kuma 54 kilaasteraan misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa…
Lagnis rakkoonis kan Afrikaa ta’uu isaan furmaata Afrikaa barbaada – Ambaasaaddar Diinaa
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Dhimmi Marii Sadee hidha Haaromsaa bu’aa qabeessa kan ta’u Afrikaanoota qofaan ta’uu Dubbii Himaani Ministeerri Dhimma Alaa beeksiiseera.…