Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ummata Ityoophiyaa mara waliin taane Ityoophiyaa badhaate ni ijaarra – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) - Ummata Ityoophiyaa mara waliin taane Ityoophiyaa badhaate ni ijaarra jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy Ahimad,…
Ityoophiyaa diiggamuuf qarqarra geessee turte baraaruun danda’ameera – Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa diiggamuuf qarqarra geessee turte baraaruun danda’ameera jedhan Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.…
Magaalaa Jimmaa Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Jimmaatti duulli nu filadhaa Paartii Badhaadhinaa…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) - Magaalaa Jimmaa Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Jimmaatti duulli nu filadhaa Paartii Badhaadhinaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy argamanitti…
Murtoon Liigiin Arabaa hidha haaromsaa ilaalchisee dabarse fudhatama hin qabau – Mootummaa…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Murtoon Liigiin Arabaa Ijaarsa hidha haroomsaa ilaalchisee dabarse fudhatama kan hin qabne ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Liigiin…
Magaalaan Finfinnee magaalaa Jaalalaan keessa jiraatan malee kan itti waldhiibanii miti –…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Sagantaan guduunfaa duula nu filadhaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee bakka deeggartoonni paartichaa miiliyoonaan lakkawwamanitti…
Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasilaaseen haala waqtaawaa naannoo Tigraay mana maree nageenyaaf ibsa…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergaaman addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasilaaseen haala waqtaawaa naannoo Tigraay Mana Maree…
Proojektiin Qarqara Laga Aweetuu eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Proojektii Qarqar laga Aweetuu eebbisiisan.
Dooktar Abiy proojektii proojektoota misoomaa biroos…
Manni marichaa wixinee labsii fi danbii dhiyaate qorachuun raggaasiise
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa wixinee labsii fi danbii dhiyaatan qorachuun raggaasiiseera.
Manni marichaa yaa'ii idilee 15ffaa waggaa 6ffaa…
Proojektiin qarqaraa laga Awweetuu boruu ni eebbifama
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Magaalaa Jimmaa Proojektiin qarqaraa laga Awweetuu boruu ni eebbifama jedhameera.
Proojektichi baasii Birrii miiliyoona dhibba 6'n hojjetamee…
Ambaasaaddar Rattaa Alamuun Ambaasaaddara Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Israa’eelitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Rattaa Alamuu Ambaasaaddara Raashiyaa Anaatoolay Viikrooriiv waliin dhimmoota waqtaawaa…