Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaaqaan sagantaa Ashaaraa magaariisaarratti Ambaasaaddaroota Ityoophiyaa biyyoota ollaa…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin leegaasii Ashaaraa Magariisaarratti Ambaasaaddaroota…
Shugguxiin Turkii 123 dhoksaan daddabarfamaa ture to’annaa jala oole
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC)-Godina Gondar aanaa Taachii Arimaachoohotti Shugguxiin Turkii 123 dalatee raasaasoonni konkolaataan fe’umsatin dhoksaan daddabarfamaa turan to’annaa jala…
Komishiniin sirna barnootaa idil addunyaa Preezdaant Saahilawarqiin durfamu marii gaggeesse
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Komishiniin sirna barnootaa idil addunyaa Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdeen durfamu haala gara fuulduraarratti mari’achuu fi karoorsuuf marii…
Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan damee annisaa haaromsaarratti waloon hojjechuuf fedhii qaban ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Aljeeriyaatti ergamaan addaa fi Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiyaat Geetaachoo Ministira Ministeera raabsaa aannisaa fi humna haaromsaa Aljeeriyaa…
Godaansaa deebiitoonni 650 damee ogummaa garaagaraan eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Godaansaa deebiitoonni 650 damee ogummaa garaagaraan eebbifamaniiru.
Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa magaalaa Finfinee Ejansii…
Manni Maree Ogeeyyii beeksisaa hundaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Manni Maree ogeeyyii beeksisaa hundaa’uu ibsame.
Mirgaa fi faayidaa ogeeyyii damichaa eegsiisuu fi ogummicha guddisuuf Manni Maree Ogeeyyii…
Boordichi guyyaan sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaaf hojiin cufaa akka ta’uu beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyoolessaa guyyaan sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaaf hojiin cufaa akka ta’uu beeksiseera.
Waxabajjii 14, 2013 guyyaa…
Barnoonni nageenya daandii digirii 2ffaan eegalamuufi
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Sagantaan Barnoota nageenya daandii digirii 2ffaan eegalchiisuu gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Ministirri Ministeera Geejjibaa…
Uummanni Oromoo fi Sidaamaa obboleeyyaanii fi hidda tokko-Preezdaant Shimallis
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan naannoo Sidaamaatti argamuun sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegalchiiseera.…
Manni marichaa wixinee labsii baajata 2014 Birrii biiliyoona 561.67 dhiyaate Koree Dhaabbiif…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii baajata 2014 Birrii biiliyoona 561.67 dhiyaate irratti mari’achuun koree Dhaabbii dhimmoota…