Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawaasni Diyaaspooraan dhiibbaa biyyoota Alaan Ityoophiyaarra ga’aa jiru dura dhaabbachuu qabu…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Hawaasni Diyaaspooraan dhiibbaa biyyoota Alaan Ityoophiyaarra ga’aa jiru dura dhaabbachuun dhugaa qabatamaa biyya keessa hubachisuu qaba…
Paartii Badhaadhinaa magaalaa Ambootti duula na filadhaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa godina Shawa lixaa magaalaa Ambootti duula na filadhaa gaggeessaa jira.
Duulicharratti Hogganaan Paartii…
Naannoo Oromiyaatti bara kana biqiltuuwwan biiliyoona 4 dhaabuuf qophiin taasiifamuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaan biqiltuuwwan biiliyoona 4 dhaabuuf qophiin xummuramuu hogganaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenya…
Walga’iin Mana Maree Ministeeroota Biyyoota bahaa laga Naayil 33ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Walga’iin Mana Maree Ministeeroota Biyyoota bahaa laga Naayil 33ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Walga’ichaan karaa biyyoota yaa’aa Naayil…
Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu naannoo Sidaamaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu naannoo Sidaamaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegalchiiseera.…
Yaa’iin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa filannoo biyyaalessaa 6ffaarratti taajjabdoota 640 hirmaachisuufi…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Yaa’iin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa filannoo biyyaalessaa 6ffaarratti taajjabdoota 640 guutuu biyyattii keessatti hirmaachisuuf ta’uu beeksiiseera.…
Saa’ud Arabiyaatti Ityoophiyanoota mana amala sirreessaa keessaatti argaman ilaalchisee mariin…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Saa’ud Arabiyaatti Ityoophiyanoota mana amala sirreessaa keessaatti argaman ilaalchisee mariin gaggeeffameera.
Saa’ud Arabiyaatti ergamaan adda fi…
Baajanni dhiyaate karoora waggaa 10 giddugaleessa kan taasiiseedha – Obbo Ahimad Shiidee
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen wixinee labsii bara 2014 ilaalchisee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf ibsa…
Deeggarsi mata duree ‘dubartoonni hundi badhaadhinaaf, badhaadhinni dubartoota hundaaf’ jedhu…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Deeggarsi mata duree ‘dubartoonni hundi badhaadhinaaf, badhaadhinni dubartoota hundaaf’ jedhu isyaadiyeemii Finfinneetti gaggeeffamaa jira.…
Waxabajjii 14, 2013 Kaardii keenyaan Diimookiraasii, harka keenyaan biqiltuu yaadhaabnu –…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Waxabajjii 14, 2013 Kaardii keenyaan Diimookiraasii, Harka keenyaa biqiltuu yaadhaabnu jedhan.…