Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni marichaa wixinee labsii baajata bara 2014 irratti mari’ateera
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummaataa walga’ii idileetin wixinee labsii baajata bara 2014 irratti mari'ateera.
Manni marichaa Walga’ii idilee 15ffaa…
Dhiibbaa alaa faayidaa fi birmadummaa biyyaa miidhaan ittisuuf waloon dhaabbachuun barbaachisaadha –…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) – Garaagartee malee dhiibbaa alaa faayidaa fi birmadummaa biyyaa miidhaan ittisuuf waloon dhaabbachuun barbaachisaata’uu Manni Maree Waloo Paartilee…
Boordichi naannolee sagaleen Filannoo Waxabajjii 14, 2013 itti hin laatamne Qaammee 1, 2013 kan…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa naannolee sagaleen Filannoo sababoota garaagaraan Waxabajjii 14, 2013 itti hin laatamne Qaammee 1, 2013 kan laatamu…
Manni marichaa boru wixinee labsii baajata bara 2014 irratti ni mari’ata
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummaataa walga’ii idilee guyyaa boruu gaggeessuun wixinee labsii baajata bara 2014 irratti ni mari’ata jedhame.…
Jijjiirramni biyyaalessaa akka dhugoomu dargaggoonni wareegama hedduu kaffalaniiru – Aadde Adaanach
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) – Jijjiirramni biyyaalessaa akka dhugoomu dargaggoonni wareegama hedduu kaffaluu itti aantuun Kaantibaa magaalaa Findinnee Aadde Adaanach Abeebee ibsan.…
Koolleejjiin Raayyaa Ittisaa fi koreen Waldaa Fannoo Diimaa Idil Addunyaa sanada waliigaltee…
Finfinnee, Wixabajjii 7, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Raayyaa Ittisa Biyyaa fi koreen Waldaa Fannoo Diimaa Idil Addunyaa sanada waliigaltee mallateessaniiru.
Waliigalticha ajajaan Koolleejjii…
Faanaa Broodkaastingi Korporeet guduunfaa walfalmii Paartilee siyaasaa gaggeesse
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) – Faanaa Broodkaastingi Korporeet guduunfaa walfalmii Paartilee siyaasaa filannoo marsaa 6ffaa gaggeesseera.
Dhaabbatichi paartilee siyaasaa…
Finfinnee fakkeenya Badhaadhinaa Ityoophiyaa taasiisuuf qaamni nu daangeessuu hin jiru – Aadde…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) – Biiroon Ijaarsaa Magaalaa Finfinnee dhaabbilee fi qooda fudhattoota hojiilee misooma ijaarsaa keessatti ga’ee olaanaa qabaniif beekkamtii…
Manneen gandaa jiraattoonni osoo hin kaafamiiin iddoo jiranitti misoomsuuf Tarsiimoon hojiirra…
Finfinnee, Wixabajjii 7, 2013 (FBC)- Manneen gandaa jiraattoonni osoo hin kaafamiiin iddoo jiranitti misoomsuuf Tarsiimoon hojiirra akka ooluu Biiroon bulchiinsa misooma manneenii magaalaa…
Duulli nu filadhaa Paartii Badhaadhinaa sadarkaa godina Arsii magaalaa Saagureetti gaggeefame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) - Duulli nu filadhaa Paartii Badhaadhinaa sadarkaa godina Arsii magaalaa Saagureetti gaggeefameera.
Saganticharratti Preezdaantiin Mootummaa…