Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoo-Teeleekoom %40 gara dhuunfatti jijjiiruuf qophii duraa xumuru ibsame
Finfinnee, Wixabajjii 7, 2013 (FBC)- Ministeerri Maallaqaa Ityoo-Teeleekoom %40 gariin gara dhuunfatti jijjiiruuf qophii duraa xumuru ibseera.
Unkaan ibsa fedhii boruu eegalee baatii…
Lammiileen Ityoophiyaa 326 Saa’ud Arabaiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) -Lammiileen Ityoophiyaa 326 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyya deebi’aniiru.
Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil…
Godina Guraageetti warshaa oomisha Dhagaa Cilee ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) - Naannoo Kibbaa Godina Guraagee aanaa Abbashigeetti warshaa oomisha Dhagaa Cilee ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ameera.
Ijaarsa…
Dargaggoonni magaalaa Finfinnee deeggarsa Paartii Badhaadhinaaf qaban hiriira ba’uun ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) - Dargaggoonni magaalaa Finfinnee deeggarsa Paartii Badhaadhinaaf qaban Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti argamuun ibsaniiru.
Hiriirichi…
Nageenya daandii sirna barnootaa keessatti hammachiisuuf mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) - Nageenya Daandii sirna barnootaa keessatti galchuu ilaalchisee Hoteela Iskaay Laayitiitti mariin gaggeeffamaa jira.
‘Barnoota nageenya…
Wiixata dhufuu sagalee laadhaa-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Wixabjjii 7, 2013 (FBC)-Muummee Minitiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad filannoo fi Ashaaraan Magariisaa dhugoomsuuf waamichaa dhiyeessaniiru.
Ashaaraa magariisaa keessaan ka’aa,…
Proojektiin Addabaabaay Masqalaa eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC)- Proojektiin Addabaabay Masqalaa hanga Mana Qopheessaa eebbifame.
Proojektii Addabaabayi Masqalaa hanga Mana Qopheessaa baasii Birrii biiliyoona 2.6…
Seenaa fi hambaa gatame kunuunsuun madda Tuurizimii taasiifna malee hin diignu – Aadde…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC) - Seenaa fi hambaa gatame kunuunsuun madda Tuurizimii taasiifna malee hin diignu jedhaan Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee.…
Carraa amma jirutti fayyadamnee biyya keenya kufaatii keessaa baasuuf har’a cimnee hojjechuu qabna…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC) -Carraa amma jirutti fayyadamnee biyya keenya kufaatii keessaa baasuuf har’a cimnee hojjechuu qabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimed.…
Kanaan booda Oromiyaa keessatti hojiitu eegala malee dhagaan bu’uura hin taa’u –Preezdaant Shimallis
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan kanaan booda Oromiyaa keessatti hojiitu eegala malee dhagaan bu’uura hin taa’u…