Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ijaarsi Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa’aa Naqamtee eegale
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC)- Sirni Jalqabbii Ijaarsa Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa’aa Naqamtee guyyaa har'aa bakka Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Ijaarsa daandii Aspaaltii konkiiriitii Naqamtee-Soogee – Kemaashii-Qoncoof dhagaan bu’uraa…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC)- Jilli preezdantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Shimmallis durfamu ijaarsa daandii Aspaaltii konkiiriitii Naqamtee-Soogee - Kemaashii-Qoncoo kiiloo meetira…
Iddoowwan adda addaatti hiriirri deeggarsa paartiilee siyaasaa gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Kutaa biyyatti garagaraatti hiriirri deeggarsa paartiilee siyaasaa gaggeeffameera.
Hiriirri deeggarsa paartii badhaadhinaa naannoo Oromiyaa iddoowwan…
Waajjirri Eegumsa Fayyaa godina Jimmaa bakka hoggantoonni naannoo fi godina argamanitti eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Waajjirri Eegumsa Fayyaa Godina Jimmaa bakka hoggantoonni naannoo fi godina argamanitti eebbifameera.
Waajjirichi duraan mooraa yuunvarsitii Jimmaa…
Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Najjootti raabsaa humna eletirikaa eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaatin durfamuu Godina Wallaga Lixaa magaalaa Najjootti raabsaa humna elektirikaa…
Ambaasaaddaar Taayyeen Komishinira olaanaa baqattoottaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasilaaseen Komishinira olaanaa baqattoottaa Dhaabbata Mootummoota…
Preezdaantii Shimallis godina Wallaggaa lixaa aanaa Mana Sibuutti, Mana Barumsaa Ifa Boruu sadarkaa…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC) -Preezdaantiin mootummaan naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan godina Wallaggaa Lixaa aanaa Mana Sibuutti, Mana Barumsa Ifa Boruu Sadarkaa…
Dorgommiin maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa 37ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC) -Dorgommiin Fiigicha Maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa 37ffaan magaalaa Finfinnee naannoo Kooyyee Facceetti gaggeeffamaa jira.
Fuula Feesbuukii…
Korporeeshinichi Manneen jireenyaa waliinii fi daldalaa eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC) - Corporeeshiniin Manneen federaalaa manneen jireenyaa waliinii fi daldalaa ijaarsisaa ture bilookiwwan 8 har'a eebbisiseera.
Korporeeshinichii…
Proojektiin Addabaabayii Masqalaa har’a ni eebbifama jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC) - Birrii biiliyoona 2.5 oliin kan ijaarrame Proojektiin Addabaabayii Masqalaa har'a ni eebbifama jedhame.
Proojektichi ijaarsa daandii hand Mana…