Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Proojektiin Addabaabayii Masqalaa boru ni eebbifama jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC) - Birrii biiliyoona 2.6 kan ijaarrame Proojektiin Addabaabayii Masqalaa boru ni eebbifama jedhame.
Proojektichi ijaarsa daandii hand Mana qopheessaa…
Komishinichi meeshaalee birrii miiliyoona 43tti tilmaamaman Maqeedooniyaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC) - Komishiniin Gumurukaa giddugala kunuunsa Maanguddootaa fi dhukkubsattoota sammuu Maqeedooniyaaf meeshaalee Birrii miiliyoona 43tti tilmaamaman deeggarsa…
Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu Chaanaalii 3ffaa OBN, ‘OBN Gaammeen’ eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Jilli preezdaant naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Chaanaalii 3ffaa OBN, ‘OBN Gaammeen’ eebbisiiseera.
Preezdaant Shimallis sirba…
Aadde Mufariyaat Kaamiil xalayaa Dooktar Abiy Ahimad irraa ergamee preezdaantii Faransaayiif laatan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil xalayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa ergamee Preezdaantii Faransaay…
Aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Booleetti harka qalleeyyiif manneen jireenyaa laatan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Booleetti harka qalleeyyiif manneen jireenyaa laataniiru.
Aadde…
Jijjiirama qabsoo hawaasaatin dhuferraa ummanni fayyadamoo ta’uu qaba-Preezdaant Shimalliis
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)-Jijjiirama qabsoo hawaasaatin dhuferraa ummanni fayyadamoo akka ta’uuf mootummaan hojjechaa jiraachuu Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu oyruu Abukaadoo qonnan bultoota Aanaa Mana Sibuu daawwate
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaastera misooma baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu oyruu Abukaadoo qonnan bultoota…
Komiishinichi magaalichatti boruu sababa eebba proojektiwwaniif daandiiwwan cufaa ta’an ifoomse
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Komiishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee boruu Masqaal addabaabaayii fi hanga Mana Qopheessaatti eebba proojektiwwaniif daandiiwwan konkolaattootaaf…
Hojiin ittisa vaayrasii koroonaa sirna cimaan hogganamuu qaba-Obbo Dammaqaa
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Hojiin itti vaayrasii koroonaa duulaa keessaa bahee sirnaan hogganamuu akka qabuu Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo…
Aanaa Saxxamaatti proojektoonni adda addaa eebbiffaman
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Godina Jimmaa aanaa Saxxammaatti proojaktoonni garagaraa Birrii miiliyoona 54 fi kuma dhibba 6 fi kuma 13 ijaaraman eebbifamaniiru.
Proojaktoonni…