Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Harariitti hospitaalli waliigalaa Jugaal tajaajila wal’aansa Kalee dhiquu laachuu…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Naannoo Harariitti hospitaalli waliigalaa Jugaal tajaajila wal'aansa Kalee dhiquu laachuu eegaleera.
Preezdaantiin Mootumma naannoo Hararii obbo…
Godina Harargee bahaatti barattoota qabxii olaanaa galmeessaniif beekkamtii fi badhaasni latame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Godina Harargee bahaatti barattoota qabxii olaanaa galmeessanii beekkamtii fi badhaasnii latameera.
Sirna kennaa beekamtii fi…
Magaalaa Adaamaatti projeektoonni garagaraa eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti projeektoonni garagaraa eebbifamaniiru.
Proojeektonni kunneen baajata mootummaatiin kan hoojjetaman 91, hirmaannaa ummataatiin, 20…
Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Dandiitti Mana Barumsaa Artiist Haacaaluu…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Jilli preezdaant mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Lixaa aanaa Dandiitti Manni Barumsaa Artiist Haacaaluu…
Jilli aadde Loomii Badhoon durfamu Galaanitti proojektiwwan adda addaa eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Jilli Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoon durfamu Magaalaa Galaanitti proojektiwwan adda addaa eebbisiiseera.
Jilichi Magaalaa Galaanitti…
Tumsa dhiyeessii humna Ityoophiyaa fi Jiibuutii cimsuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) - Tumsa dhiyeessii humnaa Ityoophiyaa fi Jiibuutii gidduu jiru caalmaatti cimsuuf mariin gaggeeffamuu ibsameera.
Jilli Ministira Ministeera…
Deeggarsa naannoo gammoojjiif konkolaattoonni 58 naannolee jahaaf raabsaman
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) - Ministeerri Nageenyaa deeggarsa naannooo gammoojjiif Konkolaattoota 58 naannolee jahaaf raabse.
Konkolaattoonni kunneen naannoo Oromiyaa,…
Dhaabbilee jajjaboo fi ciccimoo yaada daangaa ce’aa qaban uumuun danda’amnaan biyya guddoo qabaanna…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) - Dhaabbilee jajjaboo fi ciccimoo yaada daangaa ce’aa qaban uumuun danda’amnaan biyya guddoo qabaachuu dandeenya jedhan Muummeen Ministiraa FDRI…
Godina Buunnoo Beddelleetti Manni Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu Cilaaloo Bildimaa eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Beddelleetti Manni Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu Cilaaloo Bildimaa Birrii miiliyoona 38.6 ijaarame eebbifameera.…
Daandiin Cirrachaa Taltallee – Waayyuu- Erbooree eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Daandiin Cirrachaa Taltallee - Waayyuu- Erbooree eebbifameera.
Sirna eebbichaarratti jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyan obbo Shimallis…