Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen wantoota shakkisisoo kamiyyuu yoo argan sarara bilbilaa 910 irratti eeruu akka laatan…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Lammiileen nageenyaa uummataa fi filannoo biyyoolessaan wal qabsiisee wantoota shakkii itti uumuu kamiyyuu yoo argan sarara bilbilaa 910 irratti eeruu…
Namoonni dhuunfa 12 konkolaataa hatan to’annaa jala oolan
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)-Godina Shawaa Bahaatti namoonni dhuunfa 12 konkolaataa hatan to’annaa jala ooluun qorannoon taasifamaa jiraachuu poolisiin beeksise.
Itti gaafatamaan…
Magaalaa Haramaayaatti proojektoonni adda addaa eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaa Magaalaa Haramaayaatti proojektoonni adda addaa basii Birrii miiliyoona 48 oliin ijaarraman eebbifamaniiru.
Bulchiinsa Magaalaa…
Godina Jimmaa Aanaa Nadhii Gibeetti projektoonni misoomaa garaagaraa eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) - Godina Jimmaa Aanaa Nadhii Gibeetti projektoonni misoomaa Birrii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 42 ijaarraman eebbifaman.
Proojektiin kunneen…
Bulchiinsi magaalichaa manneen kuma dhibba 1 ijaarsiisuuf Waldaa Goojjoo Biriijin waliigale
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee manneen jireenyaa kuma dhibba 1 ijaarsiisuuf Waldaa Goojjoo Biriij jedhamu waliin waliigaltee mallatteesseera.…
Hojiin jalqabaa Yuunvarsiitii Booraanaa qabeenya aadaa fi sirna Gadaa sirnaan qoratee ifatti baasuu…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi jilli isaaniin durfamu Yuunvarsiitii Booraanaa eebbisiiseera.…
Ityoophiyaanoonni 337 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 337 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebia’aniiru.
Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’an bakka…
Magaalaa Gimbiitti proojektoonnii adda addaa Birrii miiliyoona 58 ijaarraman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Magaalaa Gimbiitti proojektoonnii adda addaa 26 Birrii miiliyoona 58 ijaarraman eebbifamaniiru.
Sirna eebba proojektiwwan kanneen irratti jilli…
Waggoota kurnan itti aanaan keessatti misooma barnootarratti xiyyeeffannoon ni hojjetama – Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Ministirri Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Dooktar Saamu'eel…
Magaalaa Jimmaatti proojaktiin raabsaa bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 12 ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti proojaktiin raabsaa bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 12 ijaarramee eebbifameera.
Interpiraayziin Bishaan Dhugaatii fi…