Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Chaayinaa Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee fayyaa Doolaara kuma 400tti tilmaamamu…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Mootummaan Chaayinaa Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee fayyaa Doolaaraa kuma 400tti tilmaamamu taasiseera.
Mootummaan Chaayinaa du’a daa’immaan reef…
Magaalaa Bishooftuutti Proojektoonni misoomaa garaagaraa eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Bishooftuutti Proojeektoonni misoomaa garaagaraa 63 Birrii biiliyoona 1.3 oliin ijaarraman eebbifaman.
Jilli itti gaafatamaan…
Yuunvarsiitiin Booraanaa eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Ministirri Ministeera dhaabbilee Barnootaa olaanoo Dooktar Saamu'eel…
Godina Walaayittaatti ijaarsi Hidha Wayboo fi Proojektii Jallisii eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa Godina Walaayittaatti ijaarsi Hidha Wayiboo fi Proojektiin Jallisii eegalameera.
Proojektiin kun baasii Birrii biiliyoona 2.4n…
Paarkiin Bashannanaa Piikook eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Paarkii Bashannanaa ‘Zuu’ Piikook eebbisiisan.
Sirna eebba Paarkii Zuu…
Injinaar Silashii Baqqalaan xalayaa Dooktar Abiy Ahimad irra ergame preezdaant Ugaandaaf laatan
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injinaar Silashii Baqqalaan xalayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad irra ergame…
Magaalaa Finfinneetti Giddugaloonni Ispoortii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaarraman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Giddugaloonni Ispoortii 51 baasii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaarraman eebbifaman.
Bulchiinsi…
Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waang…
Obbo Adam Faraahin Xaalaayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa ergame Muummee…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) - Af Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraahi itti aantuu Af Yaa'ii Beeljiyeem waliin Braasilsitti haala waqtaawaa…
Proojektiin humna Elektirikii naannoo Maqaleetti Birrii miiliyoona dhibba 4 oliin ijaarrame…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) -Proojektiin humna Elektirikii naannoo Maqaleetti Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 5 oliin ijaarrame Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Bulchiinsa Yeroo…