Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hariiroon Ityoophiyaa fi Jiibuutii seenaa qabeessaa fi cimaa dhiibbaa alaa kamiinuu gufatuu miti…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) -Jilli hoggantoota olaanoo Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu Preezdaantii Jiibuutii Ismaa'eel Umar Guulleehi waliin mari'ateera.…
Yuunvarsiitiin Booranaa boruu ni eebbifama
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Booranaa boruu ni eebbifama jedhameera.
Yuunvarsiitichi baasii Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 50 ijaarramee jedhameera.…
Naannolee filannoorratti hanqina waraqaa muudateef guyyaan sagaleen itti laatamuu dheerate
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Naannolee filannoorratti hanqina waraqaa sagalee laachuurraatti muudate hordoofee guyyaan sagaleen itti laatamuu dheerachuu Boordii Filannoo Biyyoolessaa…
Jilli aadde Loomii Badhoon durfamu Hospitaala Maqii ebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)-Jilli Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo fi Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina…
Imbaasiin Ityoophiyaa Naayiroobiitti argamu lammiilee 500 gara biyyaa deebisuufi
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Imbaasiin Ityoophiyaa Naayiroobiitti argamu lammiilee 500 buufata baqattootaa Daadaabirra gara Ityoophiyaa deebisuufi jedhameera.
Lammiileen…
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Inistityuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Inistityuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee wallaa’ansaa taasiseera.
Deeggarsichi Ityoophiyaatti…
Ityoophiyaa fi Turki damee Geejjibaan tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Turki damee Geejjibaan dhimmoota Teeknikaarraatti tumsaan hojjechuuf waliigaltee mallateessan.
Ministirri Ministeera Geejjibaa…
Mootummaan naannoo Oromiyaa jijjiirramaa asitti damee fayyaatiif xiyyeeffannoo kennee hojjechaa…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa jijjiirramaa asitti damee fayyaatiif xiyyeeffannoo kennee hojjechaa jiraachuu preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Aadde Daagmaawiit Xaalaayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Muummee Ministiraa Neezarlaandiif…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa Aadde Daagmaawiit Mogas Xaalaayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa ergame Muummee Ministiraa…
Magaalaa Asallaatti Manni Barumsaa Ifaa Boruu sadarkaa 2ffaa Haacaaluu eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Jilli itti gaafatamaan Waajjirra Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu magaalaa Asallatti Mana Barumsa Ifa boruu…