Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Shimallis godina Shawaa Kibba Lixaatti Mana barumsaa Ifa Boruu eebbisiisan
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan godina Shawaa Kibba Lixaa magaalaa Walisootti Mana barumsaa Ifa Boruu…
Miseensota Raayyaa Ittisaa sarbama mirga namoomaa raawwachuun shakkaman 60 irratti himanni baname…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa sarbama mirga namoomaa raawwachuun Shakkaman 60 irratti himanni banamuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.…
Buufanni Raabsa Humna Elektirikii Bu’ii eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa Godina Guraageetti Buufanni Raabsa Humna Elektirikii Bu’ii eebbifame.
Sirna eebbichaarratti itti aanaa Preezdaantii naannoo…
Godina Arsii fi Harargee Lixaatti Proojektoonni misoomaa eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Godina Arsii aanaa Leemmuu fi Bilibiloo fi Harargee Lixaa magaalaa Baddeessatti Proojektoonni misoomaa eebbifamaniiru.
Itti gaafatamaan…
Harargee Bahaatti baatiiwwan 11 keessaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 119 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaatti baatiiwwan 11 darban keessaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 119 darbu Komishiniin Poolisii Godinicha ibseera.…
Baajanni dabalataa bara 2013 Birrii biiliyoonni 26.4 ragga’e
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Baajata dabalataa bara hojii 2013 Birrii biiliyoona 26.4 raggasiise.
Manni maricha walga’ii idilee…
Godina Arsii aanoota Leemmuu fi Bilbillotti Manni Barumsaa Ifa Boruu Aliyyii Galchuu sadarkaa 2ffaan…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Godina Arsii aanoota Leemmuu fi Bilbillotti Manni Barumsaa Ifa Boruu Aliyyii Galchuu sadarkaa 2ffaan eebbiifameera.
Sirna eebbicharratti kan argaman…
Obbo Adam Faraahin ergaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota Gamtaa Awurooppaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraahin ergaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota Gamtaa Awurooppaaf…
Hospitaalli Waliigalaa Walisoo har’a ni eebbifama
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Hospitaalli Waliigalaa Walisoo har'a bakka Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa argamanitti ni eebbifama.…
Magaalaa Sanbateetti waltajjiin Nageeyaa fi Araaraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Magaalaa Sanbateetti waltajjiin marii Nageeyaa fi Araaraa gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Rakkoo tasgabbii Axaayyee fi naannawaa isheetti uumame…