Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu buufata biqiltuu aanaa Lumee daawwate
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC)- Jilli itti gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu buufata biqiltuu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumee daawwateera.…
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Riicheel Omaamoon daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Riicheel Omaamoon Wayita Buufata Xiyyaaraa…
Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi’eessootti proojektiin jallisii eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC)- Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi’eessootti proojektiin jallisii eebbifameera.
Sirna eebba proojekticharratti Jilli itti aantuu Preezdaantii fi…
Warshaan zayita nyaata W.A baasii Birrii biiliyoona 5.2 ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC)- Warshaan zayita nyaata W.A baasii Birrii biiliyoona 5.2 ijaarramee eebbifameera.
Hoji raawwachisaa olaanaan garee bizinaasii W.A fi abbaan warshiicha…
Manni Maree Federeeshinii walga’ii idilee gaggeesse
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) - Manni Maree Federeeshinii bara paarlaamaa 5ffa, walga’ii idilee 2ffaa ajandaawwan dhiyaatan raggaasisuun gaggeessera.
Af Yaa’iin Mana marichaa…
Magaalaa Dambi Doollootti proojektii bishaan dhugaatii eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Dambii Doollootti proojektiin bishaan dhugaatii guyyaa har'a eebbifameera.
Sirna eebbichaarratti hogganaan Biiroo…
Godina Shawaa Bahaa Aanaa Gumbichuutti manni barumsa sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Bahaa Aanaa Gumbichuu ganda Hamaa Qunxishilleetti manni barumsa sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu eebbifameera.
Sirna eebbichaarratti jilli…
Dabra Maarqoositti sagantaan Ashaaraa Magariisaa bakka Dooktar Abiy Ahimad argamaniitti gaggeeffamaa…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC)- Naannoo Amaaraa magaalaa Dabra Maarqoosittii sagantaan Ashaaraa Magariisaa bakka Dooktar Abiy Ahimad argamaniitti gaggeeffamaa jira.
Sagantaan…
Jilli Dooktar Girma Amanteen durfamu aanaa Gullisootti mana barumsaa Ifaa Boruu ijaarramaa jiru…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaaster misooma baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamuu Godina Wallagga Lixaa aanaa…
Ambasaaddar Nabiil Maahdii itti aantuu preezdantii Sudaan kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiil Maahdiin itti aantuu preezdantii Sudaan Kibbaa Reebeek Niiyandeeng Dimabiiyoor waliin dhimmoota waloo…