Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Federeshinii boruu walga’ii idilee ni gaggeessa
Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Manni Maree Federeshinii bara paarlaamaa waggaa 5ffa, walga’ii idilee 2ffaa boruu ni gaggeessaa.
Manni marichaa walga’ii idilee 2ffaan ajaandawwan adda…
Dooktar Abiyii fi Giiftii Duree Zinnaash Magaalaa Maasaroo Danbitti mana barumsaa ijaaruuf dhagaa…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo aanaa Armaacihoo Magaalaa Maasaroo Danbitti mana barumsaa sadarkaa…
Godina Harargee Lixaatti hospitallii fi daandiin cirrachaa eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Godina Harargee Lixaa Aanaa Horsiisee Bulaa Burqaa Dhintuutti Hospitaalli fi dandiin cirrachaa eebbifameera.
Sirna eebbicharratti Jilli itti aantuu…
Waadaa kabajuu fi raawwachuun hojii ijoo hooggansa jijjiirramaati-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimid har’a Warshaa Sukkaaraa Xaanaa Balas eebbisiisun hojii jalqabsiisianiiru.
Sirna eebba proojekticharrattis…
Godina Booranaatti projeektoonni adda addaa baasii Birrii miiliyoona 31 oliin ijaarramaan eebbifaman
Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Godina Booranaa Aanaa Eel Wayyeetti projeektoonni adda addaa baasii Birrii miiliyoona 31 oliin ijaarramaan eebbifamaniiru.
Sirni eebbichaarratti Jilli…
Godina Wallaggaa Lixaa aanaa Ganjiitti proojektoonni adda addaa eebbifamaan
Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Godina Wallaggaa Lixaa aanaa Ganjiitti proojektoonni adda addaa eebbifamaniiru.
Sirna eebbichaarratti Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti…
Buraayyuutti sagantaan balaa tiraafikaa ittisuudhaaf geejjiba motor maleeyyiin haa faayyadamnu jedhu…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Buraayyuutti sagantaan balaa tiraafikaa ittisuudhaaf geejjiba motor maleeyyiin haa faayyadamnu jedhu gaggeeffameera.
Sagantichi…
Duukamitti proojektoonni adda addaa ijaarramaa turan eebbifaman
Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Duukamitti proojektoonni adda addaa Birrii biiliyoona 1.2 ijaarramaan eebbifamaniiru.
Sirna eebbichaarratti Jilli Af-yaa'ii Caffee…
Finfinneetti Pirojektoonni daandii 24 har’a eebbifamu
Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC) Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Magaalaa Finfinnee Pirojektoonni daandii 24 har'a eebbisa.
Daandiiwwan kunneen dheerina kiiloo…
Warshaan Sukkaaraa Xaanaa Balas har’a ni eebbifama
Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC) - Warshaan Sukkaaraa Xaanaa Balas Lakkoofsi 1 yaalii oomishaa guyyoota 15 xummuruun har'a ni eebbifama.
Guyyaatti shankoorra toonii…