Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Proojektiin waggoota 8f harkifataa ture baatii shan keessatti % 70 irra ga’e
Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad adeemsa ijaarsa Proojektii Hidha Maggacaa daawwataniiru.
Dooktar Abiy dhiyeenya magaalaa Goondaritti kan…
Proojektiin waggoota 8f harkifataa ture baatii shan keessatti xummurame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad adeemsa ijaarsa Proojektii Hidha Maggacaa daawwataniiru.
Dooktar Abiy dhiyeenya magaalaa Goondaritti kan…
Qonna Gannaaf xaa’oon biyyoo kuntaalli miiliyoonni 12 ol qonnaan bultootaaf raabsamaa…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) - Qonna Gannaa bara oomishaa 2013/2014f xaa'oon biyyoo kuntaalli miiliyoonni 12 ol qonnaan bultootaaf raabsamaa jiraachuu Korporeeshiniin Hojiilee Qonna…
Godina Gujiitti Piroojektoonni gara garaa hojjatamaa turan eebbifaman
Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) –Magaala Adoolaa Woyyuu fi Aanaa Annaa Sorratti Piroojektoonni birrii miiliyoona 138 oliin hojjatamaa turan xummuramuun eebbifaman.…
Warshaan Sukkaaraa Xaanaa Balas Boru ni eebbifama
Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) - Sukkaaraa Toonii miiliyoona 2 fi kuma dhibba 3 fi kuma 72 oomishuu dandeettii kan qabu Warshaan Sukkaaraa Xaanaa Balas guyyaa Boruu ni eebbifama jedhame.…
Qormaanni Madaalli Ga’umsa Ogummaa barsiisoota naannoo Oromiyaa Caamsaa 30, 2013 ni laatama
Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) - Qormaanni Madaalli Ga'umsa Ogummaa barsiisoota naannoo Oromiyaa Caamsaa 30, 2013 kan laatamu ta'uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksiise.…
Buufanni humna ibsaa Yaa’aballoo eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) – Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan durfamu buufata Humna Ibsaa Yaa’aballoo…
Manni Maree Ministirootaa wixinee labsii baajata bara hojii 2014f Birrii biiliyoona 561.7…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa guyyaa har’aa wixinee labsii baajata bara hojii 2014 dhiyaate Birrii biiliyoona 561.7 raggaasiiseera.
Bajaatichaan…
Uwwisni Bosonaa Ityoophiyaa % 17.2 ga’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) - Uwwisni Bosonaa Ityoophiyaa % 17.2 ga’uu Komishiniin Eeggumsa Naannoo, Bosonaa fi Qabeenya Jijjiirrama Qilleensaa beeksiise.
‘Qabeenya…
Yaa’iin Hundeeffama Abbootii Alangaa Oromiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) – Yaa’iin Hundeeffama Abbootii Alangaa Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira.
Hundeeffamuun yaa'ichaa abbootiin Alangaa Naannoo…