Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannichatti proojektoonni bishaan dhugaatii hawaasa horsiisee bulaa tajaajilan 50n hojii eegalan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) -Naannoo Oromiyaatti bara proojektoonni bishaan dhugaatii hawaasa horsiisee bulaa tajaajilan 50n hojii eegaluu Komishiniin Qindeessa Misooma Naannoo…
Lammiileen Ityoophiyaa 311 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyya deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 311 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyya deebi’aniiru.
Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil…
Ijaarsa Proojektii Bishaan Dhugaatii qulqulluu magaalaa Dagahaaburiif dhagaan bu’uuraa kaa’me
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Birrii miiliyoona dhibba 8n kan ijaarramu Proojektii Bishaan Dhugaatii qulqulluu magaalaa Dagahaaburiif dhagaan bu’uuraa kaa’meera.
Sirni dhagaa…
Magaalaa Finfinneetti intarpiraayizoota 315f beekkamtiin laatamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinneetti Intarpiraayizoota 315f beekkamtiin laatamaa jira.
Sirnicharratti itti aantuu kantiiba magaalaa Finfinnee aadde Adaanach…
Kilinikiin Waldaa tola oltootaa Maqedooniyaa eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Kilinikiin Waldaa tola oltootaa Maqedooniyaa eebbifameera.
Kilinikichi baasii Birrii miiliyoona 1.5 kan ijaarramee yoo ta’uu, meeshaaleen hundaa…
Ministeerichi lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 olii…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Ministeerri Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa lammiilee iddoolee garaagaraatti qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif meeshaalee Birrii…
Mootummaan naannoo Oromiyaa misooma magaalota naannichaa mirkaneessuuf hojjechaa jiraachuu beeksiise
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Proojektoonni misooma magaalaa Birrii Biiliyoona 5 fi miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 82 oliin hojjetamaa jiraachuu bulchiinsi…
Godinaalee Oromiyaa 3 keessatti abbootiin warraa kumni 600 ol miseeensa inshuraansii fayyaa hawaasaa…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Godinaalee Oromiyaa 3 keessatti abbootiin warraa kumni 600 ol miseeensa inshuraansii fayyaa hawaasaa ta'aniiru jedhame.
Kun kan jedhames gamaaggama…
Obbo Shimallis Ooyruu Qonnaan Bultoota Godina Baalee daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Ooyiruu qonnaan bultoota Godina Baalee Bahaa aanaa Gindhiir…
Preezdaantiin Baankii Misooma Afrikaa Paarkii Indaastirii Adaamaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Baankii Misooma Afrikaa Akiinwumii Adeesiinaan Paarkii Indaastirii Adaamaa daawwataniiru.
Preezdaantichi har’a Paarkii Indaastirii…